Baallii Hiree

Baallii Hiree Follow me 👉 👈 👇 ☺️ 🤪

Oduu Gaddaa :😭😭😭===========Balaa konkolaataa Godina wallagga lixaa Aanaa laaloo Assaabii, Ganda warrabaabbootti  mudatee...
13/04/2025

Oduu Gaddaa :😭😭😭
===========
Balaa konkolaataa Godina wallagga lixaa Aanaa laaloo Assaabii, Ganda warrabaabbootti mudateen lubbun namoota baayyee darbee jira jedhame. Kunis konkolaataan 5L Magaala Inaangoo irraa imaltoota gara gimbii deeman qabattee osoo deema jirtuu daandii gubbaatti garagaluun lubbuu namoota heedduu kan darbe 😭😭
Warra maatiin isaanii jalaa midhamaniif jajjabina isaaniif haa laatu jenna😭😭😭😭

Ummta Oromoo Hundaaf Jajjabina Hawwina

  20'n!================================1. Jeneraal  malaammaltummaa! 2. Inispektar  wal jibbuu! 3. Saajin gandummaa fi n...
13/04/2025

20'n!
================================
1. Jeneraal malaammaltummaa!
2. Inispektar wal jibbuu!
3. Saajin gandummaa fi naannummaa!
4. Professar hunda natu beeka!
5. Injinar oftuulummaa!
6. Komaandar loogummaa!
7. Dr kijibaa fi fakkeessaa!
8. Aaddee hannaa fi saamicha!
9. Obboo /araada/suusii!
10. Obboo kashlabbee!
11. Obboo gowwoomsaa!
12. Obboo godaansa galaanaa!
13. Obboo lolaa fi waraana!
14. Aaddee beela!
15. Obboo hongee gammoojjii!
16. Dubree dhabamuu hojii!
17. Aaddee jaalattuu sobaa!
18. Obboo daballii gabaa!
19. Obboo jibbaa hojii
20. Aaddee hamataa fi Odeessaa dha
21.Qaala'iinsa jireenyaa
👇👇👇
👉Kanneen biroo hafan itti dabala!!!!!

07/04/2025

Guyyoota lama dura faarsee bulaan, kaadirootni, OBN, FBC, EBC fi raayyaan ittisa biyyaa Shaambuutti hoogganaa dhanee jedhamu ajjeefne jedhanii wal harkaa fuudhanii hafarsaa turan.

Jarri Oromoo ajjeesuu fi du'a Oromootiin dhiichiisuu irratti baay'ee jaboodha! Oromoon kun jumlaanis haa ta'u qinxaaboodhaan akka gaariitti ajjeefamaaf. Ajjeefamee ammoo qaama isa gaafatuuf hin qabu. Maaliif na ajjeeftu jedhee hin dubbatu. Na hin ajjeesinaa jedhee illee hin falmatu.

Kanumaaf waggoottan 7 darban Abbootii Gadaa irraa eegalee hanga qaroowwan hawaasaatti, hayyoota ciccimoo irraa eegalee hanga qabsaa'ota gurguddootti, dargaggeessaa fi daa'ima utuu hin jedhin qe'ee isaa irratti ajjeefamaa jira!

Gochaan gidduu kana Jaardagaa Jaartee irratti faannoodhaan raawwatames qaamuma ajjeechaa waggoottan 7'n darbaniiti.

Faannoon Oromiyaa seentee akka Oromoo duguugdu eyyama kan kenneef Abiyyi Ahmadii fi Shimallis Abdiisaati. Isaantu maallaqa maqaa Buusaa Gonofaatiin sabbata haadha hiyyeessaa Oromoo irraa guuraniin rasaasaa fi qawwee bitee ittiin hidhachiisaa jira! Isaantu waliin taanee Shanee balleessina jedhanii waliigaltee mallatteessee ture!

Kanaafuu PPdhaan mootummaa koo jettee faarsaa faannoon na ajjeefte jettee gamaa fi gamanaa booyuun faayidaa hin qabu. Falli jiru tokkummaan hirree kee cimsitee diina mana si dhufee fi kan diina manatti si fide walitti qabdee ofirraa fonqolchuudha!

Faannoo fi PP'n tokkuma! Dugda lamaan saantima tokkooti! Ofirraa fonqolchuu duwwaatu fala!!

Nagaan baatee hin galtu-Hin boqottu…Fira hin qabdu hin himattu! Jireenyi kee du’aan qixxee- Boo’uufuu imimmaan fixxe! Ya...
07/04/2025

Nagaan baatee hin galtu-
Hin boqottu…
Fira hin qabdu hin himattu!
Jireenyi kee du’aan qixxee-
Boo’uufuu imimmaan fixxe!

Yaa Lammii koo, anaa haa nyaatu!

Barri kunis, farri kunis darbee gaaftokko haara galfatta ta’a! Ani hin beeku!

Siif gamte - qe’een kee qe’ee gidiraa taate! Waaqayyo qofti haa faradu!

!

Via Leta Kenei Aga

Borcii Kootti Nagaan Gooftaa Yaata'u    Jedhaara namichi 🤣🤣🤣🤣
07/04/2025

Borcii Kootti Nagaan Gooftaa Yaata'u
Jedhaara namichi 🤣🤣🤣🤣

Baga Gammaddan Barattoonni ==================‎Akkas jedhe Ministeerri barnootaa.‎Erga bara 2015 dhimmi Exit exam eegalee...
07/04/2025

Baga Gammaddan Barattoonni

==================
‎Akkas jedhe Ministeerri barnootaa.
‎Erga bara 2015 dhimmi Exit exam eegalee as barataan 'exit exam' hin milkoofne 'Temporary degree' dhowwatamaa turuun isaa beekamaadha jechuun.

‎Dhaabbanni barnootaa Olaanoo kan taatan hundi keessan jechuun Ministeerri barnootaa, Ammaa eegalaati garuu kan kufeefis kan darbeefis 'Waraqaa ragaa barnootaa 'Curicullum' irra jiru baratee xumuree jira, garuu isa hin milkaa'iin hafeef qormaata bahiinsaa hin milkoofne jedhamee akkasumas kan milkaa'efis milkaa'eera jechuun garee lachuuf ragaan barnootaa akka firii qabxii bahiinsa isaaniitti hakennamuufi jedhee jira.
‎Kanumaafis kan tajaajilu Xalayyaa armaan gadii dhaabbata barnoota Ol aanoo hundaaf ministeerichi ergee jira.
‎Barattootni dhimmi kun isin ilaallatu xalayyaa kana buufadhaatii 'Print' godhaa qaama ilaallatuuf ibsaatii ragaa barnootaa keessan fudhaa.

‎Baga Gammaddan

🙏Waliif Qoodaa🙏

Odeeffannoo qulqulluu fi si'ataa argachuuf
👇👇👇
Hordofaa

Dhugumatti Nama Kana dhabuun Oromoo Miidheera Oromoo Dhiibeeras Dhiitees  Ajjeeseera Lammaa nuuf Iyyaafadhaa  Hadaraa 🥰🥰
06/04/2025

Dhugumatti Nama Kana dhabuun Oromoo
Miidheera Oromoo Dhiibeeras Dhiitees
Ajjeeseera Lammaa nuuf Iyyaafadhaa
Hadaraa 🥰🥰

02/04/2025

Ab taye

04/03/2025

🤣🤣🤣🤣

04/03/2025

.
===========================

•Wanta guddaan ati beeku qabdu tajaajila kee fi tajaajilaa ta'uu kee utuu hin taanee maal utuu hojjettuu, isa ati tajaajiltutu murteessaadha. dhaloonni hedduun isa waaqayyoo qajeelummaadhan akka isaan tajaajilaniif itti kenne dhisanii waliin makaa tajaajilaa jiru. Utuu beektu waan balleessituuf, maaltu si galche firdi isaawoo, natu fudhata naan jechu dandeessa. eeyyee inni sirriidha sumatu fudhata. garuu dhalootatti gufuu hin ta'iin bakka gadi dhiisi!

•Mata-jabinni kee gara du'aatti akka si geessu atuu ni beekta. du'a isa lammaffaa immoo hin hubattuu ykn hin shakkita. homaa hin shakkiin duuti lammaffaan jira..

•Dhaloonni bara keenyaa utuu hammam itti himtee, sin dhaga'u utuu waa'ee qajeelummaa, beekuu jal'aa ta'ee jiraachuu filata kun immoo abaarsadha... dhugaa dubbachuun dura waa'ee dhugaa seeraan bari. erga barteen booda dhugaa wajjin osoo hin taane, dhugaa keessa jiraadhu. akka nama dhugaa seeraan hubateetti seexanaan gowoofamtee, of hin tuuliin of tuulummaan jalqaba kufaatiti.
• Barri kun bara dhumaa akka ta'e beekta. kanaaf akkamitti akka deddeebitu haleelladhutii ilaali. matumaa hin gowwoomiin.

•Hundi lafa jiraateef hundi kan keenya miti. yoom akka fudhatamtu waan hin beekneef yeroo mara qophaa'i. dabarsinee du'aatti wal kennuun fuula waaqayyoo duratti yakka jabaadha. kanaaf of ha qusannu.

•Nama dhokattee waan barbaadde raawwachu, dandeessa Rabbii tokkicha ijasaa garuu gonkuma dhokachuu, hin dandeessu. kanaaf yeroo keerra teessee yeroo keetti hin taphatiin .

•Mee waan gaarii, waanuma waaqayyootti tolu, waanuma waaqayyoon gammachiisu hojjechuu dheebodhumee maaloo. yoo of oolchite malee nama oolchuu waan hin dandeenyef dura of oolchi. utuu of hin oolchiin akka nama of oolchetti hin dubbatiin...

dhakaan Ganamaa si dhayeGalgalaa deebi'ee yooSi dhayeSituu dhakaadha jedha oromoon Malif lataa Oromoon kan akkas jedhef....
26/02/2025

dhakaan Ganamaa si dhaye
Galgalaa deebi'ee yoo
Si dhaye
Situu dhakaadha jedha oromoon
Malif lataa Oromoon kan akkas jedhef.
Ten Unknown Facts About

1. Founding and History: BMW, Bayerische Motoren Werke AG, was founded in 1916 in Munich, Germany, initially producing aircraft engines. The company transitioned to motorcycle production in the 1920s and eventually to automobiles in the 1930s.

2. Iconic Logo: The BMW logo, often referred to as the "roundel," consists of a black ring intersecting with four quadrants of blue and white. It represents the company's origins in aviation, with the blue and white symbolizing a spinning propeller against a clear blue sky.

3. Innovation in Technology: BMW is renowned for its innovations in automotive technology. It introduced the world's first electric car, the BMW i3, in 2013, and has been a leader in developing advanced driving assistance systems (ADAS) and hybrid powertrains.

4. Performance and Motorsport Heritage: BMW has a strong heritage in motorsport, particularly in touring car and Formula 1 racing. The brand's M division produces high-performance variants of their regular models, known for their precision engineering and exhilarating driving dynamics.

5. Global Presence: BMW is a global automotive Company

6. Luxury and Design: BMW is synonymous with luxury and distinctive design, crafting vehicles that blend elegance with cutting-edge technology and comfort.

7. Sustainable Practices: BMW has committed to sustainability, incorporating eco-friendly materials and manufacturing processes into its vehicles, as well as advancing electric vehicle technology with models like the BMW i4 and iX.

8. Global Manufacturing: BMW operates numerous production facilities worldwide, including in Germany, the United States, China, and other countries, ensuring a global reach and localized production.

9. Brand Portfolio: In addition to its renowned BMW brand, the company also owns MINI and Rolls-Royce, catering to a dive

Address

Dubai

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Baallii Hiree posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share