Faana Dhugaa

Faana Dhugaa Duutee jiraachuufis daandii dhugaa irratti yoo duute qofa! Waanti sirrii yeroo sirrii hin taanetti sirrii miti

Jaal Furdaa Jinnii
27/09/2026

Jaal Furdaa Jinnii

Humni Wa*raana Bi*lisummaa Oromoo Zoonii lixaa kaadhimamaa humna Waraana  yeroo dheeraaf leenjisaa ture eebbisuun hojiit...
29/07/2026

Humni Wa*raana Bi*lisummaa Oromoo Zoonii lixaa kaadhimamaa humna Waraana yeroo dheeraaf leenjisaa ture eebbisuun hojiitti bobbaasee jira. 😍

Biyya ijaarraachuuf, humna gabbifachuun dirqama! Dirreen qabsoo qeerroofi qarree isan yaamtii dhiyaadhaa!

Waadaa jaallan duraanii galmaan geenyaFaana Dhugaa bu'i
17/07/2026

Waadaa jaallan duraanii galmaan geenya
Faana Dhugaa bu'i

07/07/2026

11/04/2026

Hordoftootni Amantaa kiristaanaa Marti Baga Ayyaana Faasikaa kan bara 2026 tiin Isin Ga'e.

Address

Dubai

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Faana Dhugaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share