Badhatuu Oromo

Badhatuu Oromo Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Badhatuu Oromo, Professional Service, Dubai calico, Dubai.

03/01/2018

Hoggantootni dhaabbilee siyaasaa biyyoolessaa ADWUI afran ibsa harra kennaniin namootni sababa siyaasaatiin hidhaman akka hiikkaman murteessuuu isaanii miidiyaaleen biyya keessaa gabaasan. Manni h

03/01/2018

Namoota shan kanneen mootummaa Somaaliyaa akkasumas humnootii Keniyaa fi Itiyoophiyaaf basaasuu ittiin jedhe Al-Shabaab ajjesuu isaa aangawoonni mootummaa Somaaliyaa ibsanii jiru. Dhiironni shanan

02/01/2018

ታላቁ መሪ መለስ ዜናዊ በ2001 ዓ.ም ጊቤ ሶስትን ጨምሮ ስለሃይል ማመንጫ ግድቦች ግንባታ ከተናገሩት…. ታህሳስ 10/2009

29/12/2017

ለአዳድስ የአማርኛ ተከታታይ ድራማዎችን እና አዝናኝ የቲቪ ፕሮግራሞችንነ በነፃ ለማግኘት እንዲውም ለአዳዲስ አማርኛ ፊልሞችን በነፃ ለማግኘት F1 Entertainment “subscribed” በማደረግ ይከታተሉ

29/12/2017

Manni murtii olaanaan kan Federaalaa inni Lidataa jiru har’a waaree dura waa’ee Dr. Mararaa Guddinaa irratti waaree booda immoo waa’ee hogganoota Kongreesa Federaalawaa Oromoo irratti bellama biraa ke

25/12/2017

DW ጀርመን

24/12/2017

OMN ODUU

23/12/2017

ኢትዮጵያ ሰበር ዜና ዛሬ ታህሳስ 23, 2017

22/12/2017

Waggaa darbee kan jalqabamee sochiin haaromsaa gad fageenya qabu attamitti hojii irra akka oole hojii gamaagamuu jalqabamuu isaa ibsa Robii kaleessaa baaseen kan hubachisee ADWUI..n jaarmayaa hawaasa

22/12/2017

Yunaaytid Isteetes qondaala waraana maaynamaar irra har’a uggura keessee jirti .Qondaaltichii waraanaa kun musleemoota Rohingya irratti duguugamiinsa sanyii gaggeeffame hogganan jechuun himatte. Jan

22/12/2017

Koreen hoji-raaw’achiistuu ADWUI yokaan EHADEG, kaleessa ibsa baaseen, tarkaanfiilee gaaffii uummatootaa karaa guutuu taheen deebisuu dandeessisan fudhachuuf ka marii geggeessaa jiru tahuu dubbatee ji

Address

Dubai Calico
Dubai
1234

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Badhatuu Oromo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share