Bontuu Oromoo BO

  • Home
  • Bontuu Oromoo BO

Bontuu Oromoo BO Dream
(1)

Waggaa 22 jechuun yeroo qofa miti…Imimmaan, obsa, arrabsoo, abdii fi amantaa yeroo dheeraatu wal keessa jira.Har’a garee...
20/05/2026

Waggaa 22 jechuun yeroo qofa miti…
Imimmaan, obsa, arrabsoo, abdii fi amantaa yeroo dheeraatu wal keessa jira.

Har’a gareen Arsenal F.C. waancaa yeroo dheeraaf dhabe ol kaasuun isaanii, kubbaa miilaa qofa miti; seenaa jireenyaa guddaadha.

Jireenyis akkasuma:
Namni har’a sitti kolfu, bor injifannookee ilaalee dinqisiifata. Namni har’a si tuffatu, bor hojii kee irraa barata. Yeroo baay’ee milkaa’inni jechuun saffisa miti; obsa.

Eeyyeen:
1.Kufuun baduu miti
2.Turuun dadhabuu miti
3.Yeroo dheeraa eeguun mallattoo bilchinaafi obsaati.

Kanaaf namni har’a abdii kutate hundi kanarraa haa baratu.
Biqilli har’a hin mul’anne jechuun hiddi isaa du’e jechuu miti.
Waancaan kun mallattoo injifannoo, obsaa fi amantiiti. Deeggartoonni Arsenal baga gammaddan baga gammadne! 1>19

  DAY 3Guyyoota sadaffaaf Magaalaa Naqamteetti leenjiin Waldaa Aksiyoona Breakthrough n kennamaa jira.Dhalooti leenjiin ...
17/05/2026

DAY 3
Guyyoota sadaffaaf Magaalaa Naqamteetti leenjiin Waldaa Aksiyoona Breakthrough n kennamaa jira.
Dhalooti leenjiin ijaarama,biyyi dhalootaan ijaarama.

Congratulations, Man City!Your 2025/26 FA Cup winners 🏆
16/05/2026

Congratulations, Man City!

Your 2025/26 FA Cup winners 🏆

 Guyyaa 2ffaaf magaalaa Naqamteetti Hoteela Seenaafitti Kennamas jiru haala ajaa'iibaan itti fufee jira.Nekemte city
16/05/2026


Guyyaa 2ffaaf magaalaa Naqamteetti Hoteela Seenaafitti Kennamas jiru haala ajaa'iibaan itti fufee jira.
Nekemte city

Fuula Feesibuukii page keenya irratti Tilmaamuun Badhaafamaa! Wal Morkiin tapha waancaa ‘FA Cup’ Ingilizii Manchester Ci...
16/05/2026

Fuula Feesibuukii page keenya irratti Tilmaamuun Badhaafamaa!

Wal Morkiin tapha waancaa ‘FA Cup’ Ingilizii Manchester City fi Chelsea Istaadiyeemii Webileyitti taasifamu tilmaama olaanaa argateera. Taphni kunis har’a (Sanbata) Waaree booda sa’aa 11: 00’tti taphatama.

Pagen keenyaa hordoftoota bu’aa tapha kanaa dursuun tilmaama sirrii tilmaamaniif badhaasa addaa qopheessera. Hirmaadhaa!

Seera dorgomiichaa:
1. Fuula Feesibuukii page keenya “follow” gochuun, tilmaama sirrii sanduuqa yaadaa keessatti barreessuu.
2. Tilmaama yeroo tokko barreesitan ‘’Edit’’ gochuu fi yeroo lama tilmaamuun badhaasa kana hin argamsiisu.
3. Maxxansa kana namoota biroof qooduu.
Carraa Gaarii!

👥New NTBDear Feven Melese, Congratulations on your promotion as National Team Builder (NTB). You really deserve it! BTSC...
16/05/2026

👥New NTB

Dear Feven Melese, Congratulations on your promotion as National Team Builder (NTB). You really deserve it!

BTSC hopes you will perform even better in the future.

✨Alpha our State for Significance! ✨

📍Addis Ababa ,Bole Sub -City ,Woreda 3 , Shilem Building, 4th floor

🌐 www.alphagenuine.com

☎️ +251116680014 Bole Branch
+251988010611 Sengatera Branch
+251903441155 Adama Branch
+251990211511 Mekelle Branch
+251990227011 Bahirdar Branch
+251990227211 Jimma Branch

website| Facebook |Telegram| Instagram | TikTok | X | Youtube

  # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # #Leenjiin Personal development Magaalaa Gimbiitti   tiin kennamuu eegale.k...
16/05/2026


# # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # #
Leenjiin Personal development Magaalaa Gimbiitti tiin kennamuu eegale.
kantiibaan Magaala Gimbii obbo baninsa leenjii kanaa irratti argaman jiru.

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Bontuu Oromoo BO posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

  • Want your business to be the top-listed Business?

Share