Dhugaan dhugaa deeggara.

Dhugaan dhugaa deeggara. Information technology services

Ati hoggansa muuldhata qabuufii Gochuu dandeessudha garuu kuuwwan isinitti hirkachuudhan ummata Keenya saamaa jiru.kana ...
06/05/2026

Ati hoggansa muuldhata qabuufii Gochuu dandeessudha garuu kuuwwan isinitti hirkachuudhan ummata Keenya saamaa jiru.
kana akkamittin hattuu booroo Badhaadhinaa keessa dhokatanii ummata saamaa jiran kana maqsuu dandeessu?
isa kanatu ummanni akka paartichatti muufatu taasisaa jiru. isini irraan kan hafe hunduu netorkii hannaafii samichaa keessa jiru.

Rakkoo bu'uraalee misooma Godina Baalee Bahaa furaa santu jabeenya qaamaa isiniif ta'a
06/05/2026

Rakkoo bu'uraalee misooma Godina Baalee Bahaa furaa
santu jabeenya qaamaa isiniif ta'a

06/05/2026

ከፍተኛ ባለሥልጣናትና ታዋቂ አርቲስቶች ከ98 ቢሊዮን ብር በላይ መዝረፋቸው በኦዲት ምርመራ መረጋገጡ ተረጋግጧል።

05/05/2026
Guyyaa 24/08/2018 Godina Baalee Bahaa Aanaan Gindhiir Zonii Dalloo Sabroo Ganda Jafaraa Hulluuqqotti Irreechi Tulluu idd...
05/05/2026

Guyyaa 24/08/2018 Godina Baalee Bahaa Aanaan Gindhiir Zonii Dalloo Sabroo Ganda Jafaraa Hulluuqqotti Irreechi Tulluu iddoo Tulluu Waaq_uumee jedhamutti irreeffatame.
akkuma beekamu Abbootiin Gadaa Zoonii Dalloo Sabroo duudhaa sirna Gadaa orommoo armaa dura baroota hedduudhaf sirna cuqursaatiin badee turee deebisuu keessatti gahee guddaa taphachaa jiru.
fkn Irreechaa Malkaa Hora waraangamboo
Irreechaa Tulluu Waaq_uumee bara 2017 jalqabuun bara kanas hala armaan gadii kanaan gaafa guyyaa 24/08/2018 irreeffatamee ooleera.
Abbootiin Gadaa Zoonii Dalloo Sabroo jajjabeeffamui qabu.

01/05/2026

Godinni Baalee Bahaa osoo umaadhaan badhaatee jirtuu
hoggansaan Abaaramtuu taatee akka biyyaatti argamte
Yeroo ammaa kana ummanni keenya Samamaa jiru bu'uraalee misooma tokkoo yuu akkaataa barbaadameen argachaa hin jiran

18/10/2025

K

03/07/2025

Utuu kan ishee danfuu kan namaa mooqxi

22/05/2025

Abjuu fi Jaalala keessatti wanti hin danda'amu jedhamu hin jiru.:- Janos Arney
_____

22/05/2025

𝙙𝙚𝙚𝙢𝙨𝙖 𝙠𝙚𝙚 𝙖𝙙𝙙𝙖 𝙝𝙞𝙣 𝒌𝙪𝙩𝙞𝙣🏃🏿‍♂🏃🏻🏃🏻

𝑛𝑎𝑚𝑎 𝑠𝑖 𝙖𝙧𝙧𝙖𝙗𝙨𝙪 𝑑ℎ𝑎𝑎𝑏𝑏𝑎𝑡𝑡𝑒𝑒 𝑜𝑠𝑜𝑜 ℎ𝑖𝑛 𝑡𝑎𝑎𝑛𝑒 𝑑𝑒𝑒𝑚𝑎𝑎 𝑑ℎ𝑎𝑔𝑔𝑒𝑒𝑓𝑓𝑎𝑑ℎ𝑢. 𝑦𝑒𝑟𝑜𝑜 𝑖𝑟𝑟𝑎𝑎 𝑓𝑎𝑔𝑎𝑎𝑡𝑡𝑒 𝑠𝑖 𝑎𝑟𝑟𝑎𝑏𝑠𝑢𝑢 𝑑ℎ𝑖𝑖𝑠𝑎 𝑦𝑜𝑜𝑘𝑎𝑛 𝑖𝑚𝑚𝑜𝑜 𝑠𝑖 𝑎𝑗𝑎𝑎'𝑖𝑏𝑠𝑖𝑖𝑓𝑎𝑡𝑎. 𝑎𝑟𝑔𝑖𝑡𝑡𝑒𝑒𝑡𝑡𝑎 𝑚𝑖𝑡𝑖𝑖? 𝑠𝑎𝑟𝑜𝑜𝑛𝑛𝑖 𝑦𝑒𝑟𝑜𝑜 𝑖𝑦𝑦𝑎𝑛 𝑤𝑎𝑟𝑎𝑎𝑏𝑒𝑠𝑠𝑖 𝑐𝑎𝑙𝑙𝑖𝑠𝑒𝑒𝑡𝑢𝑚𝑎 𝑑𝑒𝑒𝑚𝑠𝑎 𝑖𝑠𝑎𝑎 𝑖𝑡𝑡𝑖 𝑓𝑢𝑓𝑎𝑎. 𝑠𝑎𝑏𝑎𝑏𝑛𝑖 𝑖𝑠𝑎𝑎𝑛 𝑠𝑖 𝑗𝑖𝑏𝑏𝑎𝑛𝑖𝑖𝑓 ℎ𝑎𝑎𝑙𝑙𝑖 𝑎𝑡𝑖 𝑖𝑟𝑟𝑎 𝑗𝑖𝑟𝑡𝑢 𝑤𝑎𝑎𝑛 𝑖𝑠𝑎𝑎𝑛𝑖𝑡𝑡𝑖 ℎ𝑖𝑛 𝑡𝑜𝑙𝑙𝑒𝑒𝑓𝑖. 𝑘𝑎𝑛𝑎 𝑐𝑎𝑎𝑙𝑎𝑎 𝑦𝑜𝑜 𝑠𝑖𝑡𝑡𝑖 𝑡𝑜𝑙𝑒𝑒 𝑖𝑚𝑚𝑜𝑜 𝑚𝑎𝑡𝑎𝑎 𝑑ℎ𝑢𝑘𝑘𝑢𝑏𝑠𝑎𝑡𝑎𝑛🤯. 𝑎𝑡𝑖 𝑤𝑎𝑎'𝑒𝑒 𝑖𝑠𝑎𝑎𝑛𝑖𝑖 𝑑ℎ𝑖𝑖𝑠𝑖𝑡𝑜𝑜 𝑑𝑒𝑒𝑚𝑠𝑎 𝑘𝑒𝑒 𝑖𝑡𝑡𝑖 𝑓𝑢𝑓𝑖.

Halkan 𝑏𝑎𝑟𝑒𝑒𝑑𝑑𝑢𝑢 𝑖𝑠𝑖𝑛𝑖𝑖𝑓 ℎ𝑎𝑎 𝑡𝑎'𝑢
👇🏼👇🏼👇🏼

Address

D
Mansoura
04

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dhugaan dhugaa deeggara. posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share