Feyo Broker

Feyo Broker ! Isin jaalladhaa Oromoo

Warri fuula kana share nuuf gochuudhaan dirqama Oromummaa baatan Ani FEYOJEMAL PLC baayyee isin galateeffadha naaf ulfaadhaa kabaja hin dhabinaa!!!

AdaamaaMana Gurgurtaa Finishing hafu.Iddoon Adaamaa Bole Kaaree 200m2 Gatiin 2,800,000 jedhu📞+251911719336     +25191909...
28/01/2022

Adaamaa
Mana Gurgurtaa Finishing hafu.
Iddoon Adaamaa Bole
Kaaree 200m2
Gatiin 2,800,000 jedhu
📞+251911719336
+251919096465
https://t.me/feyojemalPLCc

 !Warri fuula kana share nuuf gochuudhaan dirqama Oromummaa baatan Ani FEYOJEMAL PLC baayyee isin galateeffadha naaf ulf...
23/01/2022

!
Warri fuula kana share nuuf gochuudhaan dirqama Oromummaa baatan Ani FEYOJEMAL PLC baayyee isin galateeffadha naaf ulfaadhaa kabaja hin dhabinaa!!!
Isin jaalladhaa Oromookoo!
Kaayyoo peejjichaa:-
1. irratti Saba Oromoo dinagdeedhaan cimsuu.
2. Konkolaataa gaarii fi mana bareedduu kan wantoota seeraan haala irra bilisa tahee siniif biitu ykn kireessuuf Haala gaariin isin keessumsuuf qophiidha!
3. saba keenya saba kam faana dorgomaa taasisnee Mana bareedduu fi konkolaataa bareedduu wal sin Qunnamsiissuf Dandeetti gahaa qabna.
4. Tokkummaa fi waliigaltee saba keenyaa kan cimsu yaadaaf qeeqallee karaa keessoon waliif erguu.
5. Abbaa biyyaa isa ta'e saba keenya biyya isaa irratti abbummaa akka argatu gochuu.

Ammas warri share gootan Galatoma horaa bulaa deebanaa jechaa ammas share nuuf gochuun nu cina dhaabbadhaa jennee kabajaan isin gaaffanna!
Page koo Hiriyoota keessan ,
Feyo Jemal PLC
📞 +251911719336
+251919096465

23/01/2022
Adaamaa.Mana Gurgurtaa qulqullina ol aanan ijaarame.Iddoon. Gandaa garraa Baldhiinna kaaree 180m2    ®Sarbiisa dubbaara ...
23/01/2022

Adaamaa.
Mana Gurgurtaa qulqullina ol aanan ijaarame.
Iddoon. Gandaa garraa
Baldhiinna kaaree 180m2
®Sarbiisa dubbaara qabbaa
♧Kuta Ciissa 2 ♧Kitchen 1
♧Saloonni 1 ♧Bakka dhiqqana:3
Bakka Konkolaataa dhabbii 2
Mana baay'ee midhagaa ta'eedha.
$Gattiin 4,500,000 hiimtu
📞+251911719336
+251919096465

Address

Adama

Telephone

+251911719336

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Feyo Broker posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share