01/02/2024
Ani jibbameera.
Jibbamuu caalaa wanti baaredan hin jiru siin jedhuu.
Mi'aa'uus ta'ee, jireenya kee mi'eessuf wanti akka jibbamuu nama guutuu si taasisu hin jiru. Namni yeroo si jibban, of dandeesse akka dhaabbattu si gargaaraa jiru bar. isaanin ala ati jireenya kee akka bareechuu dandeessu si shaakalchiisa jiru. Bar siriittuu jarri kun oolmaa sirraa qabu. Waa tokkoo sitti himuuπ§ββ Aannan Raasamee ykn rukutamee rukutamee sana booda kan dhadhaa ta'u.
Muby koo Muby koo follow taasisa
ShΙre
α½α¬ααΎαΎ αΆαͺαͺαα₯α₯