Omo electronics

Omo electronics Waliin hojjannee,waliin guddanna!

Wow qaxalee koo!
13/06/2025

Wow qaxalee koo!

Dhandhama jireenyaa summiirra hadhaa'u;ba'aa isaa dhagaarra ulfaatu...!

Yaa raajii biyya lafaa,
Waa'eenkee kamtu ka'ee,
Isa Kamtummoo hafa,
Kamtu quxisuudha,
Kamtummoo hangafa!;

Anoo danda'een dubbadhu,
Raajii siin galmaa'e,
Na harkaa danate immoo,
Hin fixu lakkaa'ee,

Yaa laalaa jireenyaa,
Isa gubaa hammaatu,
Yaa yandoo kankee,
Bokkaa lolaa heddummaatu,
Yaa icciiti si keessa jiru,
Ba'aa siin baatamu,
Yaa raajii kankee,
Dhangaa siin nyaatamu;

Yaa bofa namuu iddite,
Haadha summii dachaa,
Akka keef miti jirra,
Hunda baachaa,
Dhugaa akka keef miti,
Oliif gadi kaachaa,
Guddachaa xiqqaachaa,
Charraaqachaa nyaachaa;

Atoo baayyee ulfaatta,
Dhagaalleen hamma keen ga'u,
Baayyema garaa jabaatta,
Diinnis akka keen ta'u;

Yaa galaana namuu daaku,
Isa fiixeen-qabne,
Obonboleettii hunda haatu,
Siin tasgabbii dhabne;

Dukkana ifni baqate,
Yaa agartuun agarre,
Ganna bokka waakkate,
Biqila lateen-daraarre;

Meeqa namaa gadi goote,
Meeqaammoo ol kaafte,
Dhala namaa sadarkaan,
Qooddee gargar baastee,
Inni tokko yeroo kolfaa deemu,
Kanneen hafe siin gadda,
Kaan dhabee yoo soomu,
Isa kaaniif addaa,
Hayi icciitii kee moo!
Bifa meeqa qabda?!

Waa'ee kee hin fixu,
Tarreessee gabaasee,
Raajii keettu dheeraadha
Anoo nan gabaabse....!

07/02/2021

⚽️⚽️⚽️TILMAAMAA BADHAAFAMAA 🥳🥳🥳

Tapha premier league ingilz torbee 23 ffaan
LIVERPOOL vs MANCHESTER CITY Dilbata galgala sa'aatii 1:30 irratti ni eegala eentu hinjifata laata tilmaamaa Badhaafamaa
Ammarraa eegalun hanga taphni eegalutti tilmaamun Badhaafamuu dandeessu
Ulaagaan
1- Page Daily post like gochuu
2- tilmaamni keessan sirrii ta'uu
3:- share gochuudha
Namoonni 1 hanga 3 jiran ni Badhaafamu

Carraa gaarii
Daily post

05/02/2021
05/02/2021

Eegalee jira🏆🏆🏆
TILMAAMAA BADHAAFAMAA 🤩🤩🥳🥳🥳🥳
Tapha premier league ingilz torbee 22 ffaan
Tottenham vs Chelsea har'a galgala sa'aatii 5:00 irratti ni eegala eentu hinjifata laata tilmaamaa Badhaafamaa
Ammarraa eegalun hanga taphni eegalutti tilmaamun Badhaafamuu dandeessu
Ulaagaan
1- Page Daily post like gochuu
2- tilmaamni keessan sirrii ta'uu
Namoonni 1 hanga 3 jiran ni Badhaafamu

Carraa gaarii
Daily post

05/02/2021

!!
🔥💥💥Tapha Cimaa Torbaanii💥💥💥
🆚
💥💥Peeppoli Guwaarrdiyoolaa vs Yergan Kiloopp💥💥
🔥🔥Saadiyoo Maanee Vs Rahiim Usterliing🔥🔥
💥💥Tiyaagoo Vs Gundugaan💥💥
🏟Anfild Ietaadiyeem
📆Dilbata Gur 7/2021
⏰Sa'atii 01:30
✅Taphicha Akkuma Beekkamu Namoota Tilmaamanii Tilmaamaa Sirrii argatan Namoota lamaaf Kaardiin Mobaayilaa kan guutamu taha

✅Akkuma kanaan duraa Namoota Tilmaamni isaanii sirrii ta'e Guyyaa Boromtaa Kan Badhaasichi Kan bira gahu taha

✅Badhaafamuuf Ulaagaalee kanniin Guutuun Dirqama

👉Barreeffamicha like Cuqaasuu
👉Tilmaamaa sirrii jettan Barreeffachuu
👉Yooxiqqaate Group 2 Ol irratti share Gochuu
👉Fuul-barruu Like&Follow Gochuu

Hu.Namoota Tilmaamaa sirrii argatanii Page keenya like fii Share hin godhin badhaasicha hin argatu

💔💔Carraa Gaarii isiniif hawwa 💔💔

Itti fufuu dandeessu

💕Carraa Gaarii💕

Address

Shashamanne
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Omo electronics posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share