04/04/2016
AMANA KOMISHIN AGENT, Tajajila kennu keesssaa :
- daldala export ( meeshaalee gara biyya alaa ergaman) ifii import ( meeshaalee biyya alaa irraa galan) bakka bu'uun galchuu
- daldaltoota biyya alaatiif biyya keessaa wolitti fiduu ykn woliin gahuu
- meeshaa gumruukaa bakka bu'uun baasuu
- gurgurtaa, bittaafii ujreessuu ykn kireessuu mana, konkolataafi maashiniwan gurgurdaa
- vizaa adda addaa imbaassii irraa fixuufii rukuchiisu
- namoota yaalaafii biyya alaa deemuu barbaadan visaafi hospitaala fixuufi
- barattootaaf skoolaarshipii ykn carraa barnoota biyya alaa soquuf wolqunnamsiisu
*Amaanaan waadaa ummataati, furmaata rakkooti, boqonnaaa sammuuti!!!