11/04/2026
Isaya 53:5
Ammoo marroo daba keennaatiifi isa woraanani, marroo cubbuu teennaatiif isaa dhaanani. Marroo gaargala isaatiif nu nagaya arganne, marroo dhaanicha isaatiif nu fayyisani.
Waldaan Warra Wengelaa Makane Yeesus Doloolloo Hoolaa Yaaballoo ayyaana yaadannoo du'ee Du'aa ka'uu gooftaa keenna yeessoo kirstoo sababeefachuun oduu Wengelaa Naannoo Doloolloo Hoolaatti(keellaatti) Lallabe. Waaqayyoon isan eebbisinna.
Ayyaana Gaarii
Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus Yabello
Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus Kubichura Congregation
Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus Yabello Gidicho YOUTH
The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus
EECMY Dhaka Qake Congregation Youth Program
EECMY BSS Dololo Hola Congregation