Ispoortiin Jaalala

Ispoortiin Jaalala Ani nama biyyaa Oromooti!

Hardhi Guyyaa dhaloota Benjamin Sesko ture.Happy birthday 🎉🎉🎉🎉🎉
31/05/2026

Hardhi Guyyaa dhaloota Benjamin Sesko ture.

Happy birthday 🎉🎉🎉🎉🎉

Vini Jr. Waancaa Addunyaa 2026 baranaa irratti garee biyyoolessa Biraazil keessatti lakkkoofsa 10 kan Neymar fayyadamaa ...
31/05/2026

Vini Jr. Waancaa Addunyaa 2026 baranaa irratti garee biyyoolessa Biraazil keessatti lakkkoofsa 10 kan Neymar fayyadamaa ture akka fayyadamu gaafatamnaan kabajaa fi jaalala olaanaa Neymar Jr. tiif qabna,lakkoofsichis kanuma isaati,isumaaf mala kanarratti qoosaan hin jiru jechuun deebise.

Deebii taphataa Real Madrid Vinishiyees Juuniyeer akkamiin ilaaltan❓Sirrii moo sirrii miti❓Maaliif❓

Riikardii gadaanaa Arsenal.Kubbaa qabatee tureen(ball possession) riikardiin Arsenal kaleessa PSG waliin argisiise baay'...
31/05/2026

Riikardii gadaanaa Arsenal.

Kubbaa qabatee tureen(ball possession) riikardiin Arsenal kaleessa PSG waliin argisiise baay'ee gadi bu'aa ta'uun seenaa tapha xumuraa waancaa Chaampiyoonsi Liigii keessatti riikardii gadaanaan galmaa'ee jira.

Taphattoota goolii olaanaa galchuun Chaampiyoonsi Liigii Awurooppaan riikardii qabatan⚽️📊
29/05/2026

Taphattoota goolii olaanaa galchuun Chaampiyoonsi Liigii Awurooppaan riikardii qabatan⚽️📊

ODUU AMMEE: Eendrik kilaba Real Maadriid keessatti sarara fuulduraa mirgaa (right wing) irratti akka filannoo tokkootti ...
29/05/2026

ODUU AMMEE: Eendrik kilaba Real Maadriid keessatti sarara fuulduraa mirgaa (right wing) irratti akka filannoo tokkootti akka ilaalamu Diyaariyoo EE ES (Diario AS) gabaaseera.

ODUU AMMEE: Luka Modriich erga Waancaa Addunyaa booda kubbaa miilaa kan dhaabu (gadi dhiisu) yoo ta'ee, kilaba Real Maad...
29/05/2026

ODUU AMMEE: Luka Modriich erga Waancaa Addunyaa booda kubbaa miilaa kan dhaabu (gadi dhiisu) yoo ta'ee, kilaba Real Maadriid keessatti hojii kamiyyuu kan inni fedhe irratti deebi'ee hojjechuuf carraa akka qabu Diyaariyoo EE ES (Diario AS) gabaaseera.

Baarseloonaan Anthony Gordon Yuuroo miliyoona 80 tiin mallatteessisuuf Newcastle wajjin waliigaleera.
28/05/2026

Baarseloonaan Anthony Gordon Yuuroo miliyoona 80 tiin mallatteessisuuf Newcastle wajjin waliigaleera.

✅️Kantiibaan magaalaa Niiw Yoork Zohran Mamdani deeggaraa Arsenaal  kana ta'ee uffata Arsenaal uffachuun Eid Al-Adha kab...
27/05/2026

✅️Kantiibaan magaalaa Niiw Yoork Zohran Mamdani deeggaraa Arsenaal kana ta'ee uffata Arsenaal uffachuun Eid Al-Adha kabajan.

28/02/2022

Gujii koo!

Abdiin keeti uuma keeti!

16/02/2022

jirraa hunda baacha.

Address

Bule Hora
Addis Ababa
10000

Telephone

+251983252250

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ispoortiin Jaalala posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Ispoortiin Jaalala:

Share