17/12/2019
Oduu Gammachiisaa Nama hundumaaf
Waldaan Aksiyoona Booranaa fi Baarentuu hundeeffama Isaa xummuree miseensota fedhii qaba dabalachuu barbaada. Kanaafuu namoonni aksiyoona kanatti dabalamuu barbaaddan qaamaanis ta'e bilbilaan nu qunnamtanii miseensa ta'uu ni dandeessuu...
Kanneen miseensa keenya taatan kaffaltii barbaachisaa hundumaa karaa baankii hojii gamtaa Oromiyaa lakkoofsa herregaa ..10000 4798 4711 Borana and barentu share company jedhaa tii galchaa
Warreen Miseensummaa Barbaaddanii Fi Miseensumnaani Jirtaniif Odeeffannoo Dabalaata Karaa Bilbillaa 09 1111 6495/ 09 0030 7572 WADBB Irraa.