17/11/2022
Amaloota namoota badoo Shira xaxxoota
1 Ofii mul'achuuf sidhoksuu
2 Ofii mi'eessuuf si hadheessu
3 amanamoo of fakkeesuufamanamummaa kee faaluu
4 cimiina kee dhoksanii dadhabina kee leellisuu
5 yeroo si bira jiran si jajanii dugda kee duuba si tufachuu
6 sababa malee si jibbuu
7 hammeenya kee dubbachu
8 akka nama waan hunda beekuutii of yaduu
9 wanta hojjatan beekamtii barbaaduu hojjetuu
10 dhifama gochuus ta'e gaafachuu akka sodaattii ilaaluu.