Garee Daldala Fugug

Garee Daldala Fugug hin hifatin boru bakka yaadde gahuuf jabaadhu hojjedhu

01/11/2025

Jirta jirtu maatin koo deemsa keenya eegalle kootta nu jajjabeessa warri posti Kana ilaaltan

24/01/2023

HADARA DUBBISAATI GOOTAN MALEE BIRA HIN DARBINA ISIN FAYYIDA100 %
Gorsa Hasida kessa bahe
=====================

21/01/2023

Boru ganama irraa egalee yoo rabbiin jedhe Muhadara Laga Xaafoo irraatti warri rabbin laafiseef

01/01/2023

Uumaa Rabbi dinqisifadhu
Maqaan muka kanaa yoo nyaatte beeytee comment jala kaa'i bakka akkamitti argama yeroo akkam nyaatte beeyta ?

Yaadannoo guyyaa Jimmataa
29/12/2022

Yaadannoo guyyaa Jimmataa

10/11/2022

"The proud will not enter paradise , nor a violent speaker . " Prophet Muhammad ( PBUH)

10/11/2022

umriin adunyaa tana irratti turtu baay'ee gabaabaa dha , kanaaf gara fuula Rabbiitti deebi'uu kee dura karaa Rabbiin sirraa hin feena irra jirta tanaan towbadhu gara fuula Rabbi dhaqi

06/11/2022

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Garee Daldala Fugug posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Garee Daldala Fugug:

Share