Beeksisa Hojii-Job Vacancy

Beeksisa Hojii-Job Vacancy Kaayyoon fuula facebook kana hojii dhabdummaan rakkoo cimaa biyya kana taha dhufe jira. Isuma kana x

          Hojii Barbaaddotaaf !!!Biiroon Galiwwan Oromiyaa Sadarkaa Biroottii, Godinaa, Aanaale, Magaalota fi KutaaMagaa...
20/05/2026


Hojii Barbaaddotaaf !!!
Biiroon Galiwwan Oromiyaa Sadarkaa Biroottii, Godinaa, Aanaale, Magaalota fi Kutaa
Magaalaa iratti Gitoota hojii duwwaa baajeta qabu iratti Ogeessota Jalqabaa dorgomsiisee
gaxaruu barbaada.

Haaluma kanaan Dorgoomtonni ulaagaalee qaxarrii armaan gadii guutan
Guyyaa Beeksiisni kun Gazeexaan Maxannfamee jechuun Caamsaa 13-21/2018 irraa egalee Guyyaa hojii Torbaa (7) walitti
anaan keessaatii Sadarkaa Biroo Galiiwwaan Oromiyyaa, Godinaa, Aanaale, Magaalota fi
Kutaa Magaalaa isiinitti dhiyyatuutii akka galmooftaan isiin beeksifna.
akka aanaa limmuu saqqaattis waajjira galii aanichaatti qaamaan dhiyaachuun galmooftanii dorgomuu dandeessu !!
Carraa gaarii !!!
ulaagaan galmees haala armaan gadiitti maxxanfame irraa hubachuu dandeessu !!

Waajirri Barnootaa Godina Shawaa Lixaa hanqina barsiisotaa furuuf gosa barnootaa adda addaan yuunivarsiitii mootummaa ir...
12/03/2026

Waajirri Barnootaa Godina Shawaa Lixaa hanqina barsiisotaa furuuf gosa barnootaa adda addaan yuunivarsiitii mootummaa irraa sagantaa idileen eebbifaman qaxaree hojjechiisuu barbaada.
Carraa kana share waliif taasisaa! Hiriyoottan keessan qaqqabsiisaa!
Guyyaan galmee 30/6/2018--11/7/2018
Bakki galmee: Waajira Barnootaa Godina Shawaa Lixaa sa'aatii hojii mootummaatti ta'a.

Address

Oromia
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Beeksisa Hojii-Job Vacancy posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share