Obsee Salalee

Obsee Salalee Saturday

31/08/2023
08/11/2022

Ganama ganama garaa duwwaatti bishaan dhuguun faayidaa akkamii fayyaa keenyaaf qaba?

1. gogaa qaama keenya akka hin gogne, hin shushuntuurre gochuu fi bareechuu keessatti gahee guddaa qaba
2. Ulfaatina qaamaa hir'isuuf
3. Cirracha kalee nurraa ittisa akkasumas cirracha kalee hammaan xixiqqoo tahaniif akka yaalaatti gargaara.
4. Dandeettii dhukkuba ofirraa ittisuu keenyaa ol kaasa
5. bareedina rifeensaa fi guddina rifeensaa keenyaaf gaariidha
6. fedhii nyaataa ni dabala
Fayyaa hin dhabinaa
Dr Nafyad Getu!

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Obsee Salalee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share