Walaloo jaalalaa

Walaloo jaalalaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Walaloo jaalalaa, Business service, Addis Ababa.

osoo si tatee bira jiraatte maali gootu
06/08/2023

osoo si tatee bira jiraatte maali gootu

12/07/2023
hoggaa aduun dhiiteelafti halkanoytean rafuudhaf jennaanhirriibni fagaateejechaafi gochaan keedhaabaa dhaabbinni keeqaam...
03/07/2023

hoggaa aduun dhiitee
lafti halkanoyte
an rafuudhaf jennaan
hirriibni fagaatee
jechaafi gochaan kee
dhaabaa dhaabbinni kee
qaama kee burunqoo san
yeroo ati lash gootee
mudhii tee qabaattee
hoggaa na millattu
kan yeroo kofoltu
qaanfachaadha suuta
sesseeqaa na millattu
hundi saa naaf dhufee
tartiibaan dhaabbatu

na qabde kaa dhuungoonat martee lash gooteeqaama kee burunqoobifaan babbareeddeemaa na maraachitefuula kee bareedaadaran...
03/07/2023

na qabde kaa dhuungoo
nat martee lash gootee
qaama kee burunqoo
bifaan babbareeddee
maa na maraachite
fuula kee bareedaa
daran bareechitee
galaana jaalalaa
walakka na darbbitee
koot na baasi keessa
yooniif naa rifatte

yeruma xiqqottijaalalaan na qabdeewalakkaa onnee kootiiteesso tee jaarrattegamoo babbareedookeessat gadhaabbatteerga onn...
03/07/2023

yeruma xiqqotti
jaalalaan na qabdee
walakkaa onnee kootii
teesso tee jaarratte
gamoo babbareedoo
keessat gadhaabbatte
erga onneen kan koo
hunda siif hayyamte
maal qaba jaallee too
osoo na yaaddattee
ganamaa galggala
silkii naa bilbbiltee
maal qaba yooniifi
ana gammachiifte

akkaan si jaalladhuragaan kiyya rabbiwayyoo na dhuungadhutakka natti qabiiiqomaan nat as godhuguntutaan na koobiiqomaan ...
03/07/2023

akkaan si jaalladhu
ragaan kiyya rabbi
wayyoo na dhuungadhu
takka natti qabiii
qomaan nat as godhu
guntutaan na koobii
qomaan nat irkkattee
hidhii tiyyaa fi tee
qidhip wali gootee
hafuura na kuttee
qaama kiyya guutuu
huurkkaa shif naan goote

halaalaa mullataahoggaa deemtu karaahaasofni kee suutaanama nyaata garaajaallee tiyya qashtiibareedduu nyaara kuulaa sil...
03/07/2023

halaalaa mullataa
hoggaa deemtu karaa
haasofni kee suutaa
nama nyaata garaa
jaallee tiyya qashtii
bareedduu nyaara kuulaa
silaan si dhuungadhee
yaa urgooftuu tiyya
burtkaana jaalalaa
jaallee tiyya qashtii
maaf usta na jalaa
seeqii kofli kaa mee
ilkaan keen si laalaa

harkka kee naaf baniitiinat as qabi lappee teeqaama keetii namaxxansiina godhu happee keesirkkadhu tujjaareeyoon si dhab...
03/07/2023

harkka kee naaf baniitii
nat as qabi lappee tee
qaama keetii namaxxansii
na godhu happee kee
sirkkadhu tujjaaree
yoon si dhabe deegaa
waardiyaa siif ta'een
handhuura kee eegaaπŸ’“πŸ’“πŸ’“πŸ’“πŸ’“πŸ’“πŸ’“πŸ’“πŸ’“πŸ’“πŸ’“πŸ’“πŸ’“πŸ’“πŸ’“

urjii samii taateefagoo calaqqistabiiftuu barii taateeija kootii iftaasiif hirriiba dhabeehalkkan abjuun dhuftaayaada ke...
03/07/2023

urjii samii taatee
fagoo calaqqista
biiftuu barii taatee
ija kootii iftaa
siif hirriiba dhabee
halkkan abjuun dhuftaa
yaada keen miidhamee
an akkam na gootaaπŸ’žπŸ’žπŸ’žπŸ’žπŸ’žπŸ’žπŸ’žπŸ’žπŸ’žπŸ’žπŸ’žπŸ’žπŸ’žπŸ’žπŸ’žπŸ’ž

yaadaan of hin rrakkinobsi mee wal garraakaraan yoo fagaateesgaraan koo si biraabarriseetin dhufaosoo naaf mijjateegofla...
03/07/2023

yaadaan of hin rrakkin
obsi mee wal garraa
karaan yoo fagaatees
garaan koo si biraa
barriseetin dhufa
osoo naaf mijjatee
goflaadhaan hin qabne
dhufuuun na jabaatee
atiis naaf obsi mee
haa geeysu yeroonii
ammaas siin jaaladha
caalee kan duraanii
sin dagannee beeki
jaalalleen too suma
tan biraa hin se'in
abdiin tiyya sumaa

hidhii tee na qabdeehafuura na kutteeif gubbatti ol jatteeijaan na millattesiin jaaladha jatteesagalee xiqqoo takkaanana...
03/07/2023

hidhii tee na qabdee
hafuura na kuttee
if gubbatti ol jattee
ijaan na millatte
siin jaaladha jattee
sagalee xiqqoo takkaan
anatti dubbatte
san booda garuutuu
mataan gaggodhattee
fuula keetiis kunoo
qoma tiyya dirttee
hoggaa san garaan koo
baxalaq na taatee
dhibbaa shanttam jattee
dhahannaan onnee kos
haalaan na dabalttee
an rifadheetiin baqqaa
qaamni na hollatee
hundi dubbii kootii
na harkkaa facaatee

onnee too siin jennaanooyy tiruu koo jechaaanat ol godhattesossodaachaatuma xiqqo na millattefuula kee hoggaan laaludara...
03/07/2023

onnee too siin jennaan
ooyy tiruu koo jechaa
anat ol godhatte
sossodaachaatuma
xiqqo na millatte
fuula kee hoggaan laalu
daran na bareedde
san gubbaan dabaltee
harkka kee lash gootee
moorma koorraan baafte
harkka kee tokko ammoo
cinaacharran na baafatte
duuyda kiyya duubatti
lachuu walit caaftee
harma kee lamaaniis
qoma tiyya dirttee
ija keessa na eegaa
hidhii tiyyaa fi tee
qidhip wali gootee
kunoo laaffadhe kaa
suukanniin naan facaatee

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Walaloo jaalalaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share