Mana uffata Aadaa Oromoo Addunyaa

Mana uffata Aadaa Oromoo Addunyaa Oromo cultural clothes shop

06/08/2026

0943705673 Biyya kamittiyyuu Dizaayina barbaaddaniin hojjennee isiniif ergina
Ajajadhaa

Abbaakoo baga guyyaa kabajamaa guyyaa Abbootii nuuf geesse .Darbii nuuf jiraadhu
21/06/2026

Abbaakoo baga guyyaa kabajamaa guyyaa Abbootii nuuf geesse .Darbii nuuf jiraadhu

Baga geessan,Baga oofkaltanSirni Gadaa sirna Bulchiinsaa Oromoon Addunyaa kanaaf gumaachiteedha. Abbaan Gadaa Tuulamaa h...
15/06/2026

Baga geessan,Baga oofkaltan
Sirni Gadaa sirna Bulchiinsaa Oromoon Addunyaa kanaaf gumaachiteedha.
Abbaan Gadaa Tuulamaa haaraa waggoottan saddeettan dhufaniif Gadaa Tuulamaa hogganan Abbaa Gadaa Geetuu Taliilaa Alangee fudhataniiru.Alangeen kunis harka isaaniirraa oljettee yoo dhaabbattu Araaraa fi nageenya waan labsitu fakkaatti. Araarrii fi Nageenyi biyya keenyaaf haatahu.Bara bulchiinsa gaarii
Gadaan Qufaaf Gabbina

Ajsjadhaa Biyya jirtanitti hojjennee idiniif erguu dandeenya.0943705673whatsapp,Tele gram,imo,viber,...
23/01/2026

Ajsjadhaa Biyya jirtanitti hojjennee idiniif erguu dandeenya.
0943705673
whatsapp,Tele gram,imo,viber,...

Address

6 Kilo Street
Addis Ababa
TRADITIONALCLOTHESSHOP

Telephone

+251943705673

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mana uffata Aadaa Oromoo Addunyaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Mana uffata Aadaa Oromoo Addunyaa:

Shortcuts

Share