Jafar Dawid

Jafar Dawid Tokkummaan Kenya humna teenya

29/06/2025
  jaalattu tokko waliin yeroo jirtu kan amala isaanii waliin   caalaa, yeroo isaaniin gargar baates deebitee yaaddoo isa...
11/06/2024

jaalattu tokko waliin yeroo jirtu kan amala isaanii waliin caalaa, yeroo isaaniin gargar baates deebitee yaaddoo isaanii waliin .💔😢

11/06/2024

keet-na marmaarsa
Hidda sammuu koo lixee
Amman si jaal'u beekta
Onnee keetu naan bitee

Mana keessan duuba irraan
Daraare baalli asheetaa
Akka dubbachuuf yoon dhiisu
Tarii sin yaadu seetaa?

koo keessayyuu
Yoon hidhamu dubbiidhaa
Jaalala ta'uu beeki
Maraan keessi jirbiidhaa

na geessi
Araddaa Tufaa Munaa
Kan araada naaf ta’e
Hin barre simoo bunaa?

siif gubbaa deemu
Tabbas ta’u doloolloo
Jaalala koo hin daangessu
Qal'aa kiyya solooloo🥴

Jumaa mubarak janee jiraa
25/08/2023

Jumaa mubarak janee jiraa

Address

Addis Ababa

Telephone

+251917272534

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jafar Dawid posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Jafar Dawid:

Share