14/05/2024
Puutin Chaayinaa daawwachuuf
Miidiyaan mootummaa Chaayinaa akka gabaasetti, Pirezidaantiin Raashiyaa Vilaadmir Puutin gaafa Caamsa 16 fi 17 Chaayinaa daawwachuuf jedhu.
Ameerikaan ammoo Chaayinaa akeekkachiisaa jirti.
👉👉 https://bbc.in/4ajqEuW