Gudunfaa Seenaan Qaba

Gudunfaa Seenaan Qaba Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Gudunfaa Seenaan Qaba, Business service, Shaggar, Addis Ababa.

28/09/2023

Today,s Best photo
❤❤❤❤❤❤













24/09/2023

Kabajamtoota maatii Waaqayyoo nagaan isiniif haa ta'u jechaa!
Bor galgala (sa'a 11:00) yoo jaalala Waaqayyoo ta'e mata dureen isaa "AKKA HAR'AALLEE HIN TURRE" jedhuun qabadhee dhufaan jira!
kanas youtube link kana gadii ,👇👇argamu irratti argachuu dandeessu!👇 eebbifamaa🥰
https://youtube.com/?si=cRc4tqY2uUrZzWZE

Follow
05/09/2023

Follow

Yonaataan Akliiluu nama Ajaa'ibaati. Nama mul'ataan hojii lubbuu baraaruu jalqabe dargaggoota araada jalatti kufanii ofiisaaniirratti, maatiisaaniirratti, hawaasaa fi Biyya isaaniirratti bahaa ta'an Nama Miliqsee Boqochiisaa jireenya barabaraatiifis qopheessaa jiruudha. Namni kun Sadarkaa Biyyaatti Nama Mootummaan deeggaramuu qabuu fi akka aardii Afriikaattis nama badhaafamuu qabudha! MARSIL TV WORLDWIDE

Odeeffannoo dabalataaf👇👇👇👇
https://youtube.com/?si=xCO655b4_HycSUBf

05/09/2023

Master Abinet 🙏

Phenxee qofaadha  kan du'aa hin baanne . Liqimsaa
18/06/2023

Phenxee qofaadha kan du'aa hin baanne .
Liqimsaa

Address

Shaggar
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gudunfaa Seenaan Qaba posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share