23/09/2023
Tokkummaan keenya, nuuf waan hunda. Garaagarummaa xinnoo gidduu keenya jirtuu ol waan woloodhaan qabnutu caala. Tokkummaa keenya cimaan utubaa biyya keenyaa taanee, imala xiiqii eegalle milkeessuun fayyadamummaa ummata keenyaa yaa dhugoomsinu. Ida'ama keenyaa biyya guddoo ijaar.