Gebarian selam

Gebarian selam Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Gebarian selam, Business service, Furii, Addis Ababa.

28/03/2023

Kutaa 1ffa
Namni tokko sirna kadhanna keessatti
Namni tokko Ija jabummadhan Osoo hin taane gar-laafummadhan cubbuurra of dhowwuun Waaqayyoo kallattin kadhachun ni danda'ama.
Fknf:-
1. "wanbade"/saamtota keessa inni mirgan fannifame kallattidhan kadhate deebii " har'a gannata keessa na waliin ni jiraata ittiin jedhera. Luq 23:42
2. Inni bira immoo kadhanna gooftaan keenya nu barsiises kallattidhan kadhachu akka dandeenyudha./Yaa Abbaa Keenya samiira kan jiraatu......Luq 11:2
Haa ta'uu malee, Akkas jedhe yoo barsiiseyyuu akka kennatti/ Surratti ARAARSUMMAA/namaaf kadhachuu akka dandeenyu Kitaabni Qulqulluun ni dubbata.
Sababni isaa
Cubbuu hojjate ija jabummadhan kallattin kadhata jechuu miti, sababni isaa, cubbuu guyyaa guyyaadhan raawwacha akka barbaadetti Waaqayyoo fundura dhaabbachuun cubbuu cubbuu caaludha. Irra darbees hojiin ati hojjatu cubbuu ta'uusa dursite osoo beektu hojii cubbuusan hojjate fundura Waaqayyoo dhaabbachuun cubbuu cubbuu caaludha. Kanas kan ibsu:-
A."Sodaan, mataa nama cubbama irratti ni dhufa,Hawwiin Qulqulloota ni raawwatamaf" kit. Fkn 10:24
B. "Aarsaan Cubbama Waaqayyoo funduratti jibbamadha. Kadhannan Qajeeltota garuu isa funduratti jaallatamadha." Kit fkn 15:8
C. Kadhannan nama Qulqulluu hojii isheetin humna guddaa raawwati. Yaa'iqoob 5:17-18
D. Anan yoo jiraatanii fi jechoonni koo siin waliin yoo jiraate, kan jaallatan hunduu siniif ta'a."Yoh 15:7
Kanaaf Qulqulloonni bara kakuu moofaa hojii Araarsumma keessatti
1. Qulqullumman Abrahamii fi Kadhanna Isatin
√√√ Abemelekii fi Maatiinsa kan fayyaan
√√√ Sarannis harka Abemelek irra kan baraaramte. Um 20: 17-18
2. Kadhannan Yisahaqiin, Ribqaan da'ima argatteti. Um 25: 19-26
3. Lapheensa kan dhiita'e Fara'onni fi Ummanni Gibxii sababa cubbuu isaanittin kan ka'e dheekkamsa Waaqayyoo irraa akka hafaniif Muses fi Aron Kadhanna kadhatannin akka fayyaan Kitaabni Qulqulluun ni dubbata. Ba'u 9:27-28
Caqasa dabalatatiif:- Ba'u 17:1-13, Ba'u 32:1-14,34:1-10, see Lakk 12:1-15,13:25-33, ERM 42:1-11

Boru jalqabe kutaa kutaadhan ni dhufaa hordofa
26/03/2023

Boru jalqabe kutaa kutaadhan ni dhufaa hordofa

Address

Furii
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gebarian selam posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share