Eskender Ahmed

Eskender Ahmed Xiyyeffannon jiraa tanan Milkaa'a ta'uu dandessa page kana follow godha guddisaa

  Hiriyyaa #👌👌👌👌👌Gorsa Hiriyaa kan namni hunduu irratti waliif galu.▪ Nama tokkoof ala lamaa ol hin bilbilin. siif hin k...
17/04/2026

Hiriyyaa #👌👌👌👌👌

Gorsa Hiriyaa kan namni hunduu irratti waliif galu.

▪ Nama tokkoof ala lamaa ol hin bilbilin. siif hin kaasan taanaan waan baayyee barbaachisaa ykn dirqamaa keessa jiru ta'a.

▪ Qarshii liqeeffatte dafiitii deebisi. qarsii tokkoos dhibbaas haa ta'u; osoo namichi sin gaafatiin. kun amanammummaa kee agarsiisa.
▪ Namni affeerraaf yoo si waame, nyaata qaalii hin ajajiin. yoo dandeesse kan fedhakee naaf ajaji jedhiin.

▪ Yoo namni bilbilarraa suuraa sitti agarsiisu gara bitaa ykn mirgaatti hin dabarsiin; waan itti aanee jiru hin beektuuti.

guyyaan kessan haa bareduu guyyaa gaarii qabadha
12/04/2026

guyyaan kessan haa bareduu
guyyaa gaarii qabadha

belawan naggaa dinaa barattotatii
17/11/2025

belawan naggaa dinaa barattotatii

Carraan maali?Waan osoo inyaadiin, osoo intilmaamiin guyyaan namatti fiddu yookaan namaaf fiddudha. Yeroo baay'ee afaan ...
08/10/2025

Carraan maali?

Waan osoo inyaadiin, osoo intilmaamiin guyyaan namatti fiddu yookaan namaaf fiddudha. Yeroo baay'ee afaan keenya keessaa jechi irra na buuse yookaan narra buuse jettu nidhaga'amti. Taateen kun kan nuti ofirra keenyu yookaan takkumatti ofirraa buusnu osoo intaane, kan guyyaan nutti fidduufi xiiqeffanneemmoo keessa kutuu kan dandeenyudha

18/09/2025

Roobuu mala baaldii kee
kaasin

10/09/2025

Happy New year 2018
Alhamddulillaha

10/09/2025

Hordoftoota koo haaraadhaaf haamilee! Toora irratti isin qabaachuu koof gammachuu guddaatu ​​natti dhaga'ama! Oromiyyaa Biyyaa Koti, Usman Jarraa, Gemechu Mustefa Negeso, Robaa Sharif, Nathnaa'eel Maammoo, Gexee Ababaw, Dòk Töörà JāālāLāā, Marwaan Abrahim, Àðmàśù Ťáŝfã, Mustefa Mustefa, Ibsishaa Mohammed, Mebrii Zelkee, Mame Nura, Absee Mahammad, Gumabaas Oromoo, Obsaa Najash, Qaxalee Sanyii Abichu

Address

Iskaandar Ahmed
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Eskender Ahmed posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share