Jofew

Jofew Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Jofew, Business service, Afireca godana, Addis Ababa.
(1)

sagalee fi message jaalallee kee salphaatti gara bilbila keetiitti dabarsuun hordofuu yoo barbaadee, appii akka addunyaa...
08/11/2022

sagalee fi message jaalallee kee salphaatti gara bilbila keetiitti dabarsuun hordofuu yoo barbaadee, appii akka addunyaatti yeroo ammaa jaallatame kana fayyadamu ni dandeessa.
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡https://app.bbcko.com/.../sagalee-fi-message-bilbila.../

uffata-suura-ittiin-kaatan-app-alaabaa-oromootti-isinif-jijjiru         App uffatuma isin uffattanii suuraa ittiin kaata...
07/09/2022

uffata-suura-ittiin-kaatan-app-alaabaa-oromootti-isinif-jijjiru
App uffatuma isin uffattanii suuraa ittiin kaatan alaabaa oromiyaa kan abbaa gadaa kan adda bilisummaa oromoo kan ethiopia fii kan barbaaddanirratti isiniif jijjiiruu danda’u qabadhee isiniif dhihaadheera. Appin kun uffanni keessan haalluu fedhellee yoo inni qabaate gara alaabaa isinbarbaaddaniitti qulqullinaan isiniif jijjiira. Dabalataan suuraalee keessan haala ammayyaawaa ta’een edite gochu qulqulleessuu fii bifa fokkataa yokan wantoota fuula namaa irratti fokkisanii muldhatan sirreessuu ykn dhoksuu nidandeessu. Dabalataan …
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://app.bbcko.com/2022/09/03/edit-photos-with-filters-stickers-sky-beauty-in-only-all-in-one-photo-editor/

Galii Birrii 30,000 ol Mana Keessan Teessanii Moobayilaa keessaniin Arggachuu Barbaadduu ???   Barreeffama Kana Obsaan D...
06/09/2022

Galii Birrii 30,000 ol Mana Keessan Teessanii
Moobayilaa keessaniin Arggachuu Barbaadduu ???
Barreeffama Kana Obsaan Dubbisaa.
Egaa YouTubiin mallaqa namaaf akka kaffalu ni beektu jennee ammanna.
Akkuma Youtubii Websitiiniis Mallaqa akka argamsiisu hedduun keessan Dhageessanii jirtu , Gonkumaa Ogeeyyoonni Damee kanaa akka Jedhanitti , Websitiin Youtubii Caalaa mallaqa kaffalaa jedhu.
Walumaa Galatti Mana keessan teessanii Websitii mataa keessanii osoo santima Tokkollee hin baasin uummachuudhaan akkuma Facebookii Barruufii suuraa adda addaa irratti Maxxansuudhaan , Akkuma Jabina Hojii keessaniititti Mallaqa jabaa irraa arggachuu ni Dandeessu.
Kana Rawwachuudhaaf Dursa Appilikeeshinii Websitii mataa keessanii osoo mallaqa Tokkollee hin kaffalin ittiin Uummattan Liinkii Armaan Gadii CuqaasaaπŸ‘‡πŸ‘‡ Download GodhadhaaπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://app.bbcko.com/2022/09/02/wordpress-app-for-making-website/

Website mataa keessanii Banachuudhaaf Jalqaba Email Qabaachuu Qabdu.
Sana booda Salphumatti Banachuu ni Dandeessu.
Erga Website kana banattanii booda appii kana Fayyadamuudhaan Wantoota adda addaa irratti Maxxansaa, karaa adsensiitiin erga Fudhatama arggattanii Booda , Mallaqa hojjattan akkuma Youtubii Karaa baankii Kamiitiiniyyuu Fudhachuu Ni dandeessu.
Biyya Hunduma keessayyuu Teessanii Hojjachuu ni Dandeessu. SHARE.
By Shime man

Fuula Ijoollummaa, Fuula Dulloome Suuraa Keesssan Akka Faatanitti Gara Barbaaddanitti  Application Kun Application Baayy...
05/09/2022

Fuula Ijoollummaa, Fuula Dulloome Suuraa Keesssan Akka Faatanitti Gara Barbaaddanitti Application Kun Application Baayyee Nama AJaaibuudha
Hundi Keessanuu Buufadhaati Yaala link Gadii Tuquun ni argattuu
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://app.bbcko.com/2022/09/05/natural-beauty-selfie-retouch/

suuraa erga kaatanii booda , Duuba suuraa sanaa irraa balleessuuf appilikeeshinii osoo intarneetii isin hin gaafatin isi...
04/09/2022

suuraa erga kaatanii booda , Duuba suuraa sanaa irraa balleessuuf appilikeeshinii osoo intarneetii isin hin gaafatin isiniif Hojjatu.
liinkii kana Tuqaa buufadhaa itti Fayyadamaa
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://app.bbcko.com/2022/04/22/background-eraser/

✍Afaan keessaniin dubbachuu qofaan app,n sekondii 5 f 6 hin caalle keessatti spelling, grammar isaa afaan Ingliffaan eeg...
03/09/2022

✍Afaan keessaniin dubbachuu qofaan app,n sekondii 5 f 6 hin caalle keessatti spelling, grammar isaa afaan Ingliffaan eegee isiniif barreessuu danda'a.

Research ,assignment, report garaa garaa, ergaalee garaagaraa afaan Ingiliffaadhaan seeraa fi sirna isaa eeguudhaan keyboard itti dubbachuu qofaan isiniif barreessa.

Isinis app kana buufadhaa fayyadamaa πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

https://app.bbcko.com/2022/09/03/

Ofeeggannoo godhaa Namoonni Bayyeen Bilbila  isaanii tiin hordofamaa jiruun app bilbila keessan irra jiruun salphaatti n...
02/09/2022

Ofeeggannoo godhaa Namoonni Bayyeen Bilbila isaanii tiin hordofamaa jiruun app bilbila keessan irra jiruun salphaatti namoonni isiin Hordofuu danda'u
Kana Beekuf salphaatti App kana bufadhaatii ilaala yoo bilbilii keessan xalafamee jiraate appn kun iyuu dhan sagalee isiin dhageesisa isaa booda App kam Akka ta’e isinitti hima
Isa booda app san ofirraa balleessuun bilisa ta'u dandeesuu
As Xuqaa Bufadha πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

https://app.bbcko.com/2022/09/02/get-camera-microphone-usage-by-any-app-notified-through-access-dots-on-screen/

Address

Afireca Godana
Addis Ababa
1000

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jofew posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share