10/12/2025
''Warri kiyya rakkinaan na barsiisan... qalbiin na xuqame'' - Obbo Taayyee
Obbo Taayyee Danda'aa barataas, aangawaas ta'anii irra deddeebiin hidhamaniiru.
Dhihoos hidhaan waggaa torbaa itti murame. Kaan isaan leellisa, kaan isaan qeeqa.
Qabxii olaanaa osoo qabanii digirii argachuuf waggaa 16 kan tursees tokko hidhaadha. BBC Afaan Oromoo