Kena Teyib Wodessa Boru

Kena Teyib Wodessa Boru Dursaa Waaqa Hiyyuummaa Teetiif, Wollalummaa Teetii Adoo Hin Tuffatinii Waan Hundaa Sii Godhee Galateeffadhu!

Eebbaa Jalaa Bultii Gamoo Bulchiisaa Godina Gujii Gujiin Godina Sadii Qaba Isaanis1.Godinaa Gujii Bahaa Nageellee2.Godin...
25/05/2026

Eebbaa Jalaa Bultii Gamoo Bulchiisaa Godina Gujii
Gujiin Godina Sadii Qaba Isaanis
1.Godinaa Gujii Bahaa Nageellee
2.Godina Gujii Adoolaa
3.Godina Gujii Liixaa

Jechuun Beekkamaa Hundii Keessaanu Hirmadha Qabeenya Gujiiti Waan Ta'eef!
👉Horaa Bulaa Deebanaa!

Gadaan Gadadoo MalcheeHambuqee Quufaa EebbiseeFarraa Balbalaa BaaseeBara  Quufaa Nu DeebiseeWorraa Uumaan QajeelcheeAfaa...
30/04/2026

Gadaan Gadadoo Malchee
Hambuqee Quufaa Eebbisee
Farraa Balbalaa Baasee
Bara Quufaa Nu Deebisee

Worraa Uumaan Qajeelchee
Afaan Dhugaa Dubbisee
Aadaa Waaqi Bareechee
Diimokiraas Haqa Waaqattu Barsiisee

Horaa Nun Dura Bulaa
Isintu Aadaa Nu Barsiisee
Bara Nageeyan Bayaa
Barii Nageeya ka'aa
Afaan Keessanirra Coffannee
Nullee Isintu Barsiisee

‎💪Goota Of Leellisuu Sabboonummaadha!‎‎👉Biyyii Goota Hin Qabne‎👉Biyyaa Tokkummaa Hin Qabne‎👉Biyyii Tokkummaa Hin Qabne‎👉...
09/04/2026

‎💪Goota Of Leellisuu Sabboonummaadha!

‎👉Biyyii Goota Hin Qabne
‎👉Biyyaa Tokkummaa Hin Qabne
‎👉Biyyii Tokkummaa Hin Qabne
‎👉Biyyaa Seenaa Goota Of Hin Barreesinee
‎👉Biyyii Seenaa Goota Ifii Hin Barreesinee
‎👉Biyyaa Heegeree Biyyaa Ifii Balleesite

‎✈️Ati Kanafuu
‎Goota Kee jalladhuu
‎Goota Keeti Leellisii
‎Goota Keetin Dhaadadhuu
‎Goota Keeti Caalchisii
‎Goota Gootummaa Irraa Baradhuu
‎Gootummaa Dhaloota Nama Dhaloota Dhalchisuu Te'ii!

✔Maagaloota Godina Gujii Hundaa Keessatti Siidaan Gootota Gujii Dhabbatu Qaba!✔Itti Aansee Bareeddinni Maagalaa Kamitu Y...
05/04/2026

✔Maagaloota Godina Gujii Hundaa Keessatti Siidaan Gootota Gujii Dhabbatu Qaba!
✔Itti Aansee Bareeddinni Maagalaa Kamitu Yoo Addababayii Ulaagaa Isaa Eeggate Hin Qabannee Bareeddinna Hin Qabu!
✔Kanafu Irratti Ha Xiyyeefatamu Gaaffi Kolba Hundaati!

Gujoomi Bareeddinna Qofa Adoo Hin Taanee Angafooma Ummataa Gurrachaati!
11/03/2026

Gujoomi Bareeddinna Qofa Adoo Hin Taanee Angafooma Ummataa Gurrachaati!

Aadaa Mii'ootun Abbaa Mi'eesiti!
16/02/2026

Aadaa Mii'ootun Abbaa Mi'eesiti!

Abbaa Gadaa UraagaaAbbaa Gadaa MaatiiAbbaa Gadaa Hookkuu fiAbbaa Gadaa Haloo
08/02/2026

Abbaa Gadaa Uraagaa
Abbaa Gadaa Maatii
Abbaa Gadaa Hookkuu fi
Abbaa Gadaa Haloo

Suuraa Bareedaa Torban Kana
07/02/2026

Suuraa Bareedaa Torban Kana

03/02/2026

👉Hundaa Caalaa Gatii Teeti Beeknan Kabajamtee Jiratta!
✔Gatii Teeti Barbadii Argadhu!

Address

Adola

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kena Teyib Wodessa Boru posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share