18/07/2022
Ministeerri Fayyaa qorannoo madaallii gahumsa ogeessota fayyaa Hagayya bara 2014 galmeessuu eegaleera.
Galmeen kun July 6 hanga 17/2014tti akka raawwatamu ministeerichi beeksiseera.
Kanaafuu, dhaabbileen mootummaa fi dhuunfaa haaraa fi jiran hanga July 17/2014 qofatti toora interneetii hple.moh.gov.et irratti galmaa’uu akka danda’an himama.
Dorgomtoonni dhaabbilee barnootaa dhuunfaa galmeessuun dura ragaa barnootaa isaanii abbaa taayitaa barnootaa fi leenjii waliin mirkaneessuun maqaa keessan gara Ministeera Fayyaatti erguu qabdu.
Dorgomaan kamiyyuu gara wiirtuu qormaataa yeroo deemu waraqaa lakkoofsa galmee sirnichi erga galmeessee booda agarsiisu qabachuun dirqama.
Beeksisaaf kanneen
✔ Hiriyyoota keessaniif Share godha.
👉 Telegram keenyaas join Godhaa.
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0