Ebsa Bayesa

Ebsa Bayesa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Ebsa Bayesa, Business service, Bantu city, Bantu Liben.

22/08/2025

With Ethio telecom Afaan Oromoo – I just got recognised as one of their top fans!

16/06/2025


Rabbirraa Leenjisaa: Dargaggeessa umrii 25tti dhaabbilee shan hundeessee seenaa galmeesse
************
Gaazexaa Bariisaa

Ganaa umriinsaa waggaa 13 osoo jiruu, deggersaafi gargaarsa maatii jalaa bahee hanga humnasaatti waan danda’e hojjatee of gargaaruun umrii ijoollummaa, ijoollee hedduun taphaan itti dabarsitutti harka tokkoon barachaa harka kaaniin hojjachaa of ijaaruun seenaa dalaguu eegale.

Osoo qaamaan guddatee harkisaa hammachuudhaaf hinbilchaannetti faayidaa hammachuu baree kan lafatti sarare, barataa yunivarsitii ta’ee osoo jiruu kutaalee Oromiyaa garaa garaatti imalee dargaggoota 3,800 kan ijaare, gaafa qabsoo dura hiriiree gaafa nagaas misoomatti...

Guutummaasaatiif👇
https://press.et/oromifa/2025/06/14/rabbirraa-leenjisaa-dargaggeessa-umrii-25tti-dhaabbilee-shan-hundeessee-seenaa-galmeesse/

06/10/2023
Siim Kaardii haaraa tajaajila kuufamaa fooyya'ee dhihaate waliin yeroo bittan yeroo qilleensaa qarshii 15 dabalatee kenn...
26/05/2023

Siim Kaardii haaraa tajaajila kuufamaa fooyya'ee dhihaate waliin yeroo bittan yeroo qilleensaa qarshii 15 dabalatee kennaa daataa hanga giigaabaayitii 3 akkasumas ji'a tokkoof kan turu tajaajila miidhagsituu sagalee bilisaan isiniif dhiheessina!

07/11/2022

Address

Bantu City
Bantu Liben

Telephone

+251921451128

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ebsa Bayesa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share