Seenaa lamii

Seenaa lamii Qaba jettees hin boonin! Dhabe jettees hin boohin! Maaltu beeka kan boruu,
Eessatti akka nuun gorru!

Tokkummaan humna.
21/08/2026

Tokkummaan humna.

Addunyaa kana irra maraatuu lamatu jira. Isaanis Amantii fi siyaasadha.~Namoonni siyaasaa yaadota abdii namaaf kennu tas...
14/07/2026

Addunyaa kana irra maraatuu lamatu jira. Isaanis Amantii fi siyaasadha.
~Namoonni siyaasaa yaadota abdii namaaf kennu tasumaa sitti hin himani. Namoota siyaasa gidduutti hiriyaa tasumaa hin argattu, argachuus hin dandeessu.
~Namni siyaasaa dhukkuba sammuutiin kan guuttamedha.kanaafuu haasaa namoota siyaasaa hin fudhatiin jedhee namoota siyaasaa yeroo balaaleffatu
~Amantaa ilaalchisee Namni tokko amantaa malee jiraachuu danda'a, amantaa tokko garuu nama malee gonkumaa jiraachuu hin danda'uu jedhe Oshoon.

Meetiishaa baga guyyaa cidha keetiin si gahe.
04/07/2026

Meetiishaa baga guyyaa cidha keetiin si gahe.

Baalageen amma lafa irra ejjatu nama irra ejjatti.Hayyuuf kabajaa fi ulfinatu malaaf.ammallee umurii nuuf haa dheeratani
28/06/2026

Baalageen amma lafa irra ejjatu nama irra ejjatti.
Hayyuuf kabajaa fi ulfinatu malaaf.ammallee umurii nuuf haa dheeratani

Hoolichi hobobsaa manaa isaa keessa bahee bade sun marrachaa gara gorannoo isaatti deebi'eera. Baga nagaan deebi'e, jire...
26/06/2026

Hoolichi hobobsaa manaa isaa keessa bahee bade sun marrachaa gara gorannoo isaatti deebi'eera. Baga nagaan deebi'e, jireenyuma lafarraa kanatu kana qaba

Jabduu amma jettu geessu kana goota jedhee namni yaade beeku  tokko illee hin jiruu, waan ta'ee hundaa isiniif waaqayyot...
29/04/2026

Jabduu amma jettu geessu kana goota jedhee namni yaade beeku tokko illee hin jiruu, waan ta'ee hundaa isiniif waaqayyotu beeka hundaafuu
Lubbuu kee jennataan haa qananiisukaa yaa Boonii😭😭😭😭😭😭

Har'a Warra Manchester kana stadium'dhaa hanga birbirsa goorootti ariinet garafna. 3:1
25/01/2026

Har'a Warra Manchester kana stadium'dhaa hanga birbirsa goorootti ariinet garafna. 3:1

‎  ‎‎                    1‎...gooddoo! ‎‎waan hamma mixii tu, waan hamma goondaa tu, si'i waan hamma jirmaa fuudhee olii...
17/01/2026

‎
‎
‎ 1
‎...gooddoo!
‎
‎waan hamma mixii tu, waan hamma goondaa tu, si'i waan hamma jirmaa fuudhee oliif gad deddeemaam?! hoodaam! boolla kanas boolla sanas lixee bahaam. oliif gad harkisaa, rakkisaa!
‎
‎jaarsa tu tamboo bixxillee jaartii baachifatee gabaa dafinoo bahan. jaartiin dhoksitee tamboo irraa qunxurattee gurgurti, ashaboo fi kuyyisee (qimamii) ittiin bitattee galuuf. jaarsi immoo san waan beekuuf irraa hin deemuu, ishee qorqora. isa isheen seertee / murtee gurgurtu kiisha kaahata. ittiin dhuga, sanyoo isaa waliin.
‎
‎yo gabaan dhuftu, quba lama, ykn sadii, ykn afur, ykn shan, akka humna gabaatti, bixxillee tamboo dikee sa'aa fakkaatu, quba irra kaahanii muru, ykn seeru, gurguru. gatiin hammuma qubaa dabala.
‎
‎kichuu tamboo tu ciramee tumamee bixxillee taha. inni bitu, follossee xiqqeessee hidhii jala kaawata, daaraa ho'aatiin makee, akka abbaa margaa, ligdii warqeetti.
‎
‎"seeruu" jechi jedhu, sibu, maccatti, tokko sararanii "muruu" dha, tokko immoo qaama saalaa dhiiraa ti.
‎
‎...jaartiin jaarsatti aartee tu,
‎
‎ -asitii seeruu abbaa bantii?
‎
‎ -seeri haadha bantii
‎
‎...jaartiin qorqoraa jaarsaa aartee tu, isa inni olii-gad deddeemus inaaftee tu, asitti seeruu?! ittiin jetti. seeri! ittiin jedha, seeruu isaatti waa haa dhufuu!
‎
‎waan hamma mixii tu, waan hamma goondaa tu nama hamma jirmaa gahu fuudhee oliif gad deddeemaa?! hoodaam!
‎
‎ boondaan rirma qotata
‎ ya warra badii
‎ goondaan jirma gotata
‎ olii-gadii!
‎
‎ boondaan beeluu dha
‎ beeluu rimixii
‎ goondaan seeruu dha
‎ seeruu hamma mixii!
‎
‎jechaa baala tamboo cirti, ijoolleen, golollisa, barii yaasaa-saree.
‎
‎ 2
‎
‎...gooddoo!
‎
‎fuudhi, siin jennaan, maalin fuudha? jette.
‎
‎dubartii fuudhi, siin jennaan, animmoo maali?! jette.
‎
‎...kan afaan kee beettu sitti haa qabu!
‎
‎yo siin jedhan, si eebbisan, ishee Afaan Oromoo dubbattu qofa jechuu

Yoomiyyuu naman jaladhu,Filmiin inni keessa jiruu fi qophii inni qopheessu dhaggeeffatamee kan hin quufamne Artist Natsa...
16/01/2026

Yoomiyyuu naman jaladhu,Filmiin inni keessa jiruu fi qophii inni qopheessu dhaggeeffatamee kan hin quufamne Artist Natsaannat warkineh nagaan boqodhu😭😭😭😭

Gabreel Abbaataachin......
11/01/2026

Gabreel Abbaataachin......

Address

Finfinnee
Bole

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Seenaa lamii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Seenaa lamii:

Shortcuts

Share