Getahun Berhanu

Getahun Berhanu God I'm nothing without you 🙏

Looking for dependable construction equipment in Ethiopia? L & P Construction Machinery Rental PLC offers reliable CAT e...
27/07/2026

Looking for dependable construction equipment in Ethiopia? L & P Construction Machinery Rental PLC offers reliable CAT excavators for earthmoving, road construction, and excavation projects. Our equipment is maintained to support your project with confidence. Contact us today at +251 941 644 319b

Rakkinni haa rakkatuun💔😭Haadhaa kana boqolloo muka 2 hattee jedhani oliif gad-godhu.Bara akkamiiti ?😭😭
24/07/2026

Rakkinni haa rakkatuun💔😭

Haadhaa kana boqolloo muka 2 hattee jedhani oliif gad-godhu.
Bara akkamiiti ?😭😭

17/07/2026

Hiyyeessi Rabbiin malee
Hiryaas firas hin qabu🤗

Hiriira Garee France fi Spain
14/07/2026

Hiriira Garee France fi Spain

Baadiyyaa Koo
10/07/2026

Baadiyyaa Koo

10/07/2026

Asiledin Mohammed

Jireenya dhala namaa keessatti dhumeera wanti jedhamu hin jiru . Hamma fiishkaan jireenya kee afuufame gara booldhaa dee...
07/07/2026

Jireenya dhala namaa keessatti dhumeera wanti jedhamu hin jiru . Hamma fiishkaan jireenya kee afuufame gara booldhaa deemtu abdii hin kutiin. Dhalli nama otoo lubbuun jiru yoo abdii kute gaafas du’e

06/07/2026

Tigraay Qormaata Kutaa 12ffaa Ofiin Qopheessee Kennuuf Murteesse; Ministeerri Barnootaa "Barattoonni Waraanaaf Fudhatamaniiru" Jedhe.💥

Biiroon Barnootaa Naannoo Tigraay, waldhabdee Ministeera Barnootaa Federaalaa waliin uumame hordofee, qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa ofuma isaatiin qopheessee barattoota naannichaa qoruuf murteessuu isaa ifoomse. Bulchiinsa naannichaa keessatti Hoogganaan Biiroo Barnootaa Doktar Kiiroos Gu'ish, Ministeerri Barnootaa waraqaa qormaataa gara naannichaa erguu dhiisuu isaa "murtee siyaasaa ti" jechuun qeeqaniiru.

Tarkaanfii kana hordofuun, Biiroon Barnootaa Tigraay barattoota kuma 29, 755 qormaata osoo hin fudhatin hafaniif yeroo gabaabaa keessatti qormaata mataa isaa akka qopheessu beeksiseera. Akkasumas, qabxii seensa yuunivarsiitii ofuma isaatiin murteessuun barattoota kana gara dhaabbilee barnootaa olaanootti akka galchu ibseera.

Gama biraatiin, maddeen Ministeera Barnootaa Federaalaa ragaa faallaa kanaa ta'e dhiyeessaa jiru. Akka maddeen kun ibsanitti, sababni waraqaan qormaataa hin ergaminiif hanqina barattootaati. "Qormaata marsaa jalqabaa irratti barattoota galmaa'an keessaa harki tokko-arfaffaan (1/4) qofa yoo argaman, kanneen hafan garuu dirqamaan qabamanii gara waraanaatti waan fudhatamaniif iddoo hin jiran," jedhan. Itti dabaluunis, "Barataa hin jirre eenyun qoruuf waraqaa ergina?" jechuun ibsaniiru; dhimma kana irrattis yeroo itti aanutti ibsi bal'aan akka kennamu eerrameera.

Morkiin siyaasaa fi waldhabdeen kun suuraa barnoota biyyoolessaa irratti dhiibbaa hamaa kan uumuufi carraa barnoota dargaggoota naannichaa kan gaaffii keessa galchuudha.

04/07/2026

Address

Addia
Bole
1)2)$-#+#+

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Getahun Berhanu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share