22/10/2023
Onkoloeysaa 11/2/2016 bulchinsaa magaalaa ciroo aradaa madaa beekumsatii haala yeeroo irraati miseensaa milishaa aradaa,paarkingi, caasaa zoonii fi gandaa akkasumas kominitingi poolisi aradaa wajjiin dhimmaa nageenyaa akka aradaa teenyati fi qindoomina caasalee nageenyaa aradaa teenya irraati marii bal'a bakka bulchaan aradaa madaa beekumsa obboo mahammad raashid fi kominiting poolisi aradaa teenya sajiin adam akkasumas bulchinsaa fi nageenyaa aradaa teenya obbo jamaal ahmad bakka jiraniti rakkoole jiran furu fi hojjilee nageenya ful duraf nu egatan irratii mari'anee jabinaa fi hanqinaa keenyaa sireeysuf kallatii waliif kenyee xumureetii jira.