Sefu

Sefu Sefu kalifa

25/03/2026
20/03/2026
20/03/2026
20/03/2026

Magaalaa Adaamaatti Ayyaanni Idal Faxirii Waggaa 1447ffaan Masjida Umaritti Karaa Duudhaa Amantichaa Eegeen Kabajamaa Jira.

ABS_Bitootessa 11, 2018

Ayyaanni Idal Faxirii ayyaana guddaa hordoftoota amantaa islaamaa biratti kabaja ol’aanaa qabu yommuu ta’u, baatiin soomni ramaadanaa turtii ji’a tokkootiif gaggeeffamaa ture xumuramuu ayyaana guddaadha.

Amaanu'eel Daggafaatu Gabaase.

Odeeffannoo wayitaawaaf fuula miidiyaa hawaasa ABS fayyadamaa

Youtube_https://www.youtube.com/
Telegram_https://t.me/ABS_utubduujijjiiramaa
website:http://www.abs.gov.et
tiwiiteri:- http://www.twitter.com/ABSAdama
SMS_9635

Yeroo mara nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

20/03/2026
20/03/2026
12/11/2021

Address

Ethopia
Dire Dawa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sefu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share