Mohammed Abdell

Call Website Contact the business

Mohammed Abdell Alhamdurilaha I Love you OR to

09/07/2026

Watch, follow, and discover more trending content.

Website Maali? Akkamitti Hojjeta?Website jechuun bakka odeeffannoo, tajaajila ykn oomisha online irratti namootaaf dhiye...
08/07/2026

Website Maali? Akkamitti Hojjeta?

Website jechuun bakka odeeffannoo, tajaajila ykn oomisha online irratti namootaaf dhiyeessitu dha. Namni kamiyyuu internet fayyadamuun yeroo barbaade odeeffannoo kee argachuu danda’a. Hojii kanaan milkaa’uuf seerota isaa beekuun murteessaa dha.

waa'ee barnoota kanaa guutuu argachuuf! 👇

Website ijaaruudhaan passive income argachuu akkamitti akka dandeessu qajeelfama guutuu kanaan bara 2026 keessatti salphaatti baradha.

Namoonni hedduun yeroo jalqabaaf waa’ee passive income online dhaga’an gaaffii tokko ni gaafatu: “Kun dhugumaan Ethiopia...
27/06/2026

Namoonni hedduun yeroo jalqabaaf waa’ee passive income online dhaga’an gaaffii tokko ni gaafatu: “Kun dhugumaan Ethiopia keessatti ni hojjeta moo biyya alaa qofaaf?” Deebiin isaa gabaabaan 👇

Ethiopia keessatti blogging, YouTube fi affiliate marketing fayyadamuun 2026 keessatti online passive income akkamitti ijaarruu baradhu.

Xiinxaluun ogummaa fida. 🧭 Waan gara fuulduraatti si geessuu fi waan duubatti si deebisu sirriitti beekii, karaa ogummaa...
25/06/2026

Xiinxaluun ogummaa fida. 🧭 Waan gara fuulduraatti si geessuu fi waan duubatti si deebisu sirriitti beekii, karaa ogummaatti geessu filadhu. 🌟

Reyan Ali Ame Ayisha Abdul Basith Jafe Tube Highlander Dieter Nuhr Bahar Yonis Isaqoy Mohamed Aliyi Upcourses.org Jiraafu Asjira

Afaan Keessaniin Teknoolojii Barrachuun, Dandeettii Adunyaa Irratti Jijjiiraa Uumu Gonfadhaa! Yerroo fi eddoo feetan ta’uun koorsii keessan barradhaa!

25/06/2026

Reyan Ali Ame Mohamed Aliyi Bahar Yonis Isaqoy Ayisha Abdul Basith Art Jamaal Usmaa'il Jafe Tube Mohammed Abdell Mohammed Barento Dieter Nuhr Jiraafu Asjira Obsa Aliyi Yusuf Upcourses.org @

Namoonni hedduun passive income jechuun maallaqa salphaatti argachuu jechuun yaadu. Garuu dhugaan isaa akkas miti. Jalqa...
25/06/2026

Namoonni hedduun passive income jechuun maallaqa salphaatti argachuu jechuun yaadu. Garuu dhugaan isaa akkas miti. Jalqaba irratti hojii, obsaa fi barumsa barbaada. Haa ta’u malee yeroo sirriitti hojjetame bu’aan isaa guddaa ta’a.

Barreeffama kana keessatti passive income online Ethiopia keessatti akkamitti jalqabuu akka dandeessu, mala hojii irra oolan maal akka ta’an, fi dogoggora irraa of eeguuf maal gochuu akka qabdu bal’inaan ni ilaalla.

Reyan Ali Ame Mohamed Aliyi Ayisha Abdul Basith Bahar Yonis Isaqoy Dieter Nuhr Jafe Tube Art Jamaal Usmaa'il Mohammed Abdell Mohammed Barento Highlander Jiraafu Asjira Upcourses.org Faaip Aldoor Murad Nuuraa Obsa Aliyi Yusuf

Ethiopia keessatti blogging, YouTube fi affiliate marketing fayyadamuun 2026 keessatti online passive income akkamitti ijaarruu baradhu.

Canva can make pro-level template looks, helping one to create quality and professional. Even someone with no design exp...
19/06/2026

Canva can make pro-level template looks, helping one to create quality and professional. Even someone with no design experience, can use tutorials and resources to sell templates.

https://tinyurl.com/2cf6b3dy

19/06/2026

Turn your smartphone into a money-making machine! Discover 7+ proven ways to make money online from home in 2025—no investment needed.

17/06/2026

Learn how to sell Canva templates on Etsy successfully and tap into the booming digital marketplace for passive income.

16/06/2026

Active Income fi Passive Income gidduu garaagarummaa jiru beektaa?

Namoonni hedduun yeroo isaanii hojii irratti jijjiiranii maallaqa argatu. Garuu namoonni muraasni hojii isaanii yeroo tokko ijaaranii yeroo dheeraaf galii irraa argatu.

📘 Barruu kana keessatti: ✅ Active Income jechuun maal akka ta'e ✅ Passive Income jechuun maal akka ta'e ✅ Faayidaa fi hanqina isaanii ✅ Akkamitti gara galii itti fufiinsa qabutti cehuu akka dandeessu hunda salphaatti baratta.

👇 Barruu guutuu dubbisi; beekumsi xiqqaan har'a argattu murtoo guddaa boru jijjiiruu danda'a.

Reyan Ali Ame Ayisha Abdul Basith Jiraafu Asjira Mohamed Aliyi Jafe Tube Mohammed Abdell Mohammed Barento Bahar Yonis Isaqoy Highlander

https://michustar.com/active-income-vs-passive-income/

Address

Dire Dawa
3000

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mohammed Abdell posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Mohammed Abdell:

Shortcuts

Share