Mehadii Jaalalaan miidhamme

Mehadii Jaalalaan miidhamme Jaalala dhugaa

10/11/2024

Harraageysii baararree tulluu duuba qubatee
Arraanbeen sii bitaa foxaa amaa batee

07/10/2024

Bagaa jaallane

20/09/2021

Hishingaan barana balaa
Kan bar darbe hadaraa
Qadhimaa kee argee jalatee na laalaa
Halaan na sirbii
Waan na godhuun laalaa

22/07/2021

Bara jaalallii dhugaa dhabamtee
Sobaan dhabatee

17/06/2021

Gaara kaanaann gubaa
Muzaa lakuu dhalaa
Bareduu akaana oromoo
dhalaa.

25/05/2021

Miidhaan jaalala mal akkaa nama gotu wal barsisu

Address

Dire Dawa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mehadii Jaalalaan miidhamme posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Mehadii Jaalalaan miidhamme:

Share