Jalata A.M

Jalata A.M "no pain no gain " 💪

"Kana beektuu laata? (Dhiirotaa qofaaf😆🙄)✏°°°°°°°°°°Dubartiin ati jaalattu ykn jaalalleenkee si beellamtee gaafa si bira...
16/05/2026

"Kana beektuu laata? (Dhiirotaa qofaaf😆🙄)
✏°°°°°°°°°°
Dubartiin ati jaalattu ykn jaalalleenkee si beellamtee gaafa si bira dhuftu dubartii hiriyaa ishii waliin dhuftee si rakkisuu dandeessi. Kunimmoo waan barbaaddu bilisummaadhaan akka isheetti hin haasofne waan si taasisuuf yeroo mara yoo ta'e jaalalaaf gaarii miti.

Dubartii akkasii akkatti sirreessitu beekuun barbaachisaadha. Akkamitti jechuunkee hin oolu🙄. Yeroo isaan dhufan irraa kaatee ati dubartii isheen waliin dhufte sana waliin xiyyeeffannoon haasa'i. Ija keessa ishee laali. Waliin kolfi. Ishee jaalallee keetii sana ammoo dubbii ishee laaffisi. Xiqquma xiqqoo malee jalaa qabuu didi. Yeroo kana uumama isheetiin dubartiin inaaftuu waan taatef, gochi kuni baayyee isheetti dhagahama. Guyyaa itti aanu nama biraa ofjala harkistee hin dhuftu. Ganaallee itti hin deebitu.

Waan dubbiftaniif galatoomaa!🙏
maxxansa mimmiidhagoo akkasii argachuuf Jalata A.M follow godhaa.

23/02/2026

🚨 Rakkoo hin qabu qabxii 11'n dursaa jirraa.
🙂Rakkoo hin qabu qabxii 9'n dursaa jirraa.
🙃Rakkoo hin qabu qabxii 7'n dursaa jirraa.
🙃Rakkoo hin qabu qabxii 6'n dursaa jirraa.
🙃Rakkoo hin qabu qabxii 4'n dursaa jirraa.
🙃Rakkoo hin qabu ammayyuu Liigicha dursaa jirraa.
🙃Rakkoo hin qabu ammayyuu isaanitti dhaqqabuu ni dandeenya.
🤪Rakkoo hin qabu barri dhufu keenna 🤩🤩😋

Sorry waa'ee eennuu haasa'aa jirra?

16/02/2026
31/12/2025

Isa ilkaan hin qabneef waaqatu alanfata jedhe jaarsi foon fayyaa liqimsee🥱.

28/12/2025

Waancaa Afrikaan har'a taphoonni afur ni geggeeffamu.

9:30 Gaaboon fi Mozaambik
12:00 Ikuwaatoriyaal Giinii fi Sudaan
2:30 Aljeeriyaa fi Burkinaa Faasoo
5:00 Kootedivaar fi Kaameeruun

Piriimiyer Liigii Ingilaandiin ammoo

11:00 Liidsii fi Senderlaandi
1:30 Kiristaal Paalaasii fi Tootinaam

17/10/2025

Qar, Miliyoona lama siif kennanii abbaa kee kabali osoo jedhanii maal goota?🤔

09/10/2025

Nama tokko tokko waliin jiraachuu mannaa nama lama lama waliin jiraachuu wayya🤼
Irraa deebi'i dubbisi🤣

Pretty talented actress ❤️
02/10/2025

Pretty talented actress ❤️

01/10/2025

Odaa Electronics

30/09/2025

Miira jaalalaa addunyaa irrattis guutuu irrattis walfakkaata

Eda galgala akkuman rafeen milishaan na tumaa bulte abjuudhan Mee warri manaama hiiku naaf hiikaa maal jechuudha?
30/09/2025

Eda galgala akkuman rafeen milishaan na tumaa bulte abjuudhan
Mee warri manaama hiiku naaf hiikaa maal jechuudha?

Address

Dadar
Dire Dawa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jalata A.M posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share