Mohamed Jemal

Mohamed Jemal Qabsaawan ni kufa qabsoon itti fufa

15/04/2026
28/03/2026

💥yoo ati calliste addunyaan sin argitu jabeenyi kee inni har,aa boru ol si kaasa 📸
🥰🤷🥰

28/03/2026
05/03/2026

waraana Ameerikaa fi Iraan gidduutti dho'eef ergamaa Preezidant Traamp, Steve Witkoff, itti gaafatamummaa guddaa akka qaban mormiin ka'ee jira."
"Witkoff 'Iraan marii nagaa diddeetti' jechuun gabaasa sobaa dhiyeessuun Ameerikaa gara waraanaatti akka seentu taasisaniiru jedhamanii himatamaa jiru. Dippilomaatonni biroo garuu 'Iraan mariidhaaf qophii turte' jechuun waan dubbataniif, waraanni amma deemaa jiru kun 'waraana osoo mariin danda'amuu jalqabame' jedhamee qeeqamaa jira. BB3 News,

Address

Finfinne
Dukem
12345

Telephone

+251915081974

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mohamed Jemal posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Mohamed Jemal:

Share