Baaroo Tumsaa

Baaroo Tumsaa Jettee jettee dantaatti hin daru. Uf-beeka malee si hin beeku. Fakkaachu

30/05/2026

Facebook challenge🥰
Follow Nama jedhe Qofa Follow Godhi🥰Warri kan dhisa✍️

Maashaa Allah Mabruuk Alfa Mabruuk Baga gammaddan Aruuztonni keenya baga guyyaa fagootti Eegaa turtan ittiin isin ga'e A...
28/09/2023

Maashaa Allah Mabruuk Alfa Mabruuk Baga gammaddan Aruuztonni keenya baga guyyaa fagootti Eegaa turtan ittiin isin ga'e Aruuzni keessan
Kan milkii
Kan gammachuu
Kan quufaa
Kan badhaadhinaa
Isiniif haa ta'u horaa bulaa meyraa dagaagaa wajjiin nuu turaa

  allahuu akbarSababa Allaahu Akbar jedheef dirree kubbaa irraa hari'ame~~~~~Taphataan sarara fuulduraa garee OM jedhamu...
02/09/2023

allahuu akbar

Sababa Allaahu Akbar jedheef dirree kubbaa irraa hari'ame
~~~~~
Taphataan sarara fuulduraa garee OM jedhamuu Enzo Sternal dorgommii Montaigu irratti erga goolii galchee booda gammachuu isaa ibsachuuf barreeffama Allaahu Akbar (Rabbi guddaadha) jedhu afaan Ingiliffaatiin ''Allah is great" jedhu kan tishartii isaa kan jalaa irratti katabame agarsiisuu isaa hordofee federshiiniin kubbaa miilaa Faransaay taphataa kana dirree kubbaa miilaa irraa hari'eera.

Biyyi Faransaay biyya amantaa islaamaafi muslimotaaf jibba guddaa qabduudha. Yeroo baay'ee Fansaayitti Qur'aanni ni gubata, maqa balleessi Islaamaafi Muslima irratti ni gaggeeffama. Tibba kana ammoo abayaa uffatanii daree barnootaa seenuun akka hin danda'amne Faransaay seera baasuun isii niyaadatama.

Yoo sitti tole share gootu malee bira hin kutin JZK

Follow Godhaa👉 Baaroo Tumsaa

02/09/2023

Warra waan baheef argate gammadu san Yaa rabbi nu godhi🤲🤲

Baga gammaddan Aruuztonni keenya baga guyyaa halaalatti Hawwaa turtan kana itti geessan Saahiba kiyya qaalii namaa   mah...
30/08/2023

Baga gammaddan Aruuztonni keenya baga guyyaa halaalatti Hawwaa turtan kana itti geessan Saahiba kiyya qaalii namaa mahammad fi Aruustittii teenya shek mahammad deebi'ee baga gammadan isin jedha warra wajjiin waaru isin haa taasisu

Galatoomi.Gad aantummaan saba keeti ciisa si dhoowwite halkaniif guyyaa sarbamuu mirga dhala namaa addunyatti osoo himtu...
28/08/2023

Galatoomi.

Gad aantummaan saba keeti ciisa si dhoowwite halkaniif guyyaa sarbamuu mirga dhala namaa addunyatti osoo himtuun anis guddadhe mana hidhaa keessatti darbamte yeroo dheeraa turte ijji kee achi keessatti si dhukkube roorroon hamman hin ja'amne maati keetirratti taate ilmoo silaa si hammattee jiraatuu qabdu sababa ati mana hidhaa jirtuuf sanii nyaata qabdu hammattee osoo sitti daddeebituu karaa kanarratti guddatte. umrii kee cinaa dukkuna mana hidhatti fixxe yeroo silaa saba of hubachiftani warra gabroonfatoota aangorraa hartani teessoon oromotti dabarfamu fulli keessan gammachuu sooratuu jalqabe san booda roorroon durii bifa jijjirattee isinitti duulte nama guddaa oromoon jaalattu haacaaluun du'e galanni keessan qilee bu'e qaamni keessanis mana keessan isa durii kan ilmaani fi haadha manarraa adda isin baase gola namummaa hin beeyne gola oromummaa hadheeffattutti deebifamtan waggaa haga tokko achi keessatti dabarsitan
sadarkaa haasa'uuf yeroo kaatu dhukkubsattee kufuu irra geesse saba kanaaf wanni ati taate tilmaama oli arra yeroo moora siyaasaa keessaa bahe jattu murti tee ajaa'ibus ati waan sirritti itti yaadde itti amante qofa waan gootuuf maaliif tahe ja'ee si gaafachuuf humna qabu garuu onnee teenya keessatti gaggeessa barri fi birriin hin jijjiirre akka taate kabajaan siif himna akka ati nu jaalatutti si jaalatuu baannus kabajaan nuti siif qabnu onnee teenya keessa bara baraan jiraachifna
sabni kun isin jaalata abdi obsa amanamummaa sabboonummaa gaarummaa gocha keessanirra hubatanii jiruu deemsi dhugaa barbaachaaf godhamu maal akka namarraan gahus nu hubachifte jirta hedduu galatoomi.

Abdii osoo kutatin ganamaaf galgalaa
Qabsoo cimaa goote yaa obbo baqqalaa.
Murteessitus fagaachuu
onnee teenya keessa hin dhiiftu jiraachuu.
Si jaalanna arraaf borullee
Wanni ati yaadde numa taha turullee.
Akki kaleessa hin deebi'u garuu
Garree jirra wanni dhufe akka taruu.
Galatoomi dhugaa riqicha bilisummaa
Dugugguruu oromummaa
Mallattoo tokkummaa.

Baga gammaddan Aruuztonni keenya baga guyyaa halaalatti Hawwaa turtan kana itti geessan Saahiba kiyya qaalii namaa   Ume...
25/08/2023

Baga gammaddan Aruuztonni keenya baga guyyaa halaalatti Hawwaa turtan kana itti geessan Saahiba kiyya qaalii namaa Umer fi Aruustittii teenya Jibriil irra deebi'ee baga gammadan isin jedha warra wajjiin waaru isin haa taasisu

23/08/2023

"Ta isin jaalattu, ta hedduu hortu fuudhaa. Heddummina keessaniin ummatatti dhaadadha."
Nabi Muhammadﷺ

Sagantaa eebba kitaaba seenaa Abdii Qophee kaleessa gaggeeffame milkeessuuf dureeysi keenya   'ispoonsara' sadarkaa tokk...
21/08/2023

Sagantaa eebba kitaaba seenaa Abdii Qophee kaleessa gaggeeffame milkeessuuf dureeysi keenya 'ispoonsara' sadarkaa tokkoffaa tahuun milkaa’ina sagantaaf gahee guddaa waan gumaacheef galata Oromummaatu isaan mala. Galatoomi adeeroo, ammallee dachaan tan qabdu irratti siif haa dabalu. Dureeysa dhugaa jechuun sihi. Eeyba itti roobsaa.

Our rich man deserves to be thanked for his contribution to the success of the event by being the first level 'sponsor' of the Abdii Qophee history book held yesterday. Thank you!

Baga gammadde Goota koo
17/08/2023

Baga gammadde
Goota koo

Address

Harar

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Baaroo Tumsaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share