Chela Abdujebar

Chela Abdujebar Of jaalata kessan Only me
(1)

﮼عيديكم مبارك 🎈♩ِ    كل عامْ والفرح يطوّقُ رُوحَكم وقلوبكم  كُل عامْ وحياتكم مملوءة بالسَعْادة ..  أعاده الله علينا وعلي...
27/05/2026

﮼عيديكم مبارك 🎈♩

ِ كل عامْ والفرح يطوّقُ رُوحَكم وقلوبكم

كُل عامْ وحياتكم مملوءة بالسَعْادة ..

أعاده الله علينا وعليكم بالخير والبركات

Gift dure 🤪🙋‍♂️

🕌🎈 Eid Mubarak to all the Muslims around the world 🎈  🕌 🤍May your Home and Heart be filled with the joyful spirit of Eid...
26/05/2026

🕌🎈 Eid Mubarak to all the Muslims around the world 🎈 🕌
🤍May your Home and Heart be filled with the joyful spirit of Eid. 🤲

Itoophiyaa Gara biyya Fakkeenyummaatti 🙋‍♂️💟
24/05/2026

Itoophiyaa Gara biyya Fakkeenyummaatti 🙋‍♂️💟

Baddannoo  Itoophiyaa Gara Biyya Fakkeenyummaatti.Godina Harargee Bahaa Aanaa Baddannootti Sosochiin duula nafildhaa Paa...
24/05/2026

Baddannoo
Itoophiyaa Gara Biyya Fakkeenyummaatti.

Godina Harargee Bahaa Aanaa Baddannootti
Sosochiin duula nafildhaa Paartii Badhaadhinaa dambalii ummataa guddaadhaan Aanaa Baddannootti geggeeffameera.

Duula Kanarratti Deggartootni,jaallattootni akkasumas jiraattotnii Aanaa Baddannoo haala adda ta'een dhaadannoowwan addaa addaa qabatanii bahuun jijjiirama qabatamaa Paartii Badhaadhinaatiin yeroo gabaabatti galmaa'an dinqisifachuun fuuldurattis amantaa Paartii Badhaadhinaa irraa qaban agarsiisaniiru.

Hirmaattotni kunneen murtoowwan jajjaboo seenaa siyaasa,dinagdeefi hawaasummaa biyya keenyaa jijjiiran fudhatamuu isaatiin biyyi keenya guddina ariifataa akka galmeessittu akkasumas jiruuf jireenyi hawaasa magaalaafi baadiyyaa akka fooyya'u taasisee jiraachuu sagantaa kanaan ibsaniiru. Fuulduraafis rakkoowvan biyya keenyaatiif furmaata sirrii qabatee kan jiru Badhaadhina ta'uu hubannee sagalee keenya Paartii Badhaadhinaaf kennuuf murteessineerra jechuun yaada isanii ibsatan.

21/05/2026

Namni Miidhama ofii Malee
Miidhama kee sif beku nama Muraasa qofa👌

Kanafan dide carqi teetin warqii jadhe 💪💪✊️
18/05/2026

Kanafan dide carqi teetin warqii jadhe 💪💪✊️

Congratulations Bagaa Gammadee Habibii kiyya 🙏💥◇ Hiriyaan  dhugaa akka urjiiti.       Gammachuu  kee arguun gammachuu ko...
18/05/2026

Congratulations Bagaa Gammadee Habibii kiyya 🙏💥◇ Hiriyaan dhugaa akka urjiiti.
Gammachuu kee arguun gammachuu kootii.
Saayibaa kiyyaa Qaalii bagaa geeysee.
Kan hafeeniis rabbii sihaa gahuu.
end of defense day bagaa geeysee
Murtee Adnaan

Ida'amuun Daangaa Ce'ee Abu-Daabii Gahe!Eebbi kitaaba "Mootummaa Ida'amuu" Afaan Arabiffaan Magaalaa Abu-Daabiitti raaww...
14/05/2026

Ida'amuun Daangaa Ce'ee Abu-Daabii Gahe!
Eebbi kitaaba "Mootummaa Ida'amuu" Afaan Arabiffaan Magaalaa Abu-Daabiitti raawwatame hiika siyaasaa fi dippilomaasii guddaa kan baate dha. Kitaabichi ergaa tokkummaa, wal-deggersaa fi yaada dhaloota qaroomsuu kan hammate yoo ta'u, gara Afaan Arabiffaatti hiikamee dhiyaachuun isaa immoo uummata biyyoota Arabaa waliin dhimmoota diinagdee, siyaasaa fi hawaasummaa irratti wal-hubannoo guddaa uumuuf carraa gaarii saaqeera. Agarsiisni aadaa Itoophiyaa miidhagaan sirna kanarratti dhiyaatus, "Dippilomaasii Lallaafaa" (Soft Diplomacy) Itoophiyaan addunyaarratti ittiin beekamtu kan mirkaneessu dha. Kanarraa kan ka'e, biyyoonni lamaan hariiroo dippilomaasii qofa osoo hin taane, obbolummaa qabatamaa fi walitti dhiyeenya aadaa irratti xiyyeeffachuu isaanii taateen kun ragaa amansiisaa dha.

Anwar Kadi

Akhaakhiyyee kheenya Jaarraa Abbaa Gadaa (Abdulkariim Ibraahim Haamid) haqni yeroof tura malee,gonkumaa dhokatee hin bee...
13/05/2026

Akhaakhiyyee kheenya Jaarraa Abbaa Gadaa (Abdulkariim Ibraahim Haamid) haqni yeroof tura malee,gonkumaa dhokatee hin beekhu.baqa haqni keessan bahe.🙏

Bakka jirtanitti fulli Rabbii isinitti tolee,jannata keessa nuuf qanani’aa👑♥️

13/05/2026

Islaamummaan akkaataa jireenyaa guutuu ta’eedha, guutummaatti Rabbiif bitamuu kan agarsiisudha. 🤲

Address

Addis Ababa
Harar

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Chela Abdujebar posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share