Kaleessi har'aamiti

Kaleessi har'aamiti Ilaalcha Gaarii Qabaachuun Milkaa'ina Jiruu Fi Jireenyaa Nama Gonfachiisa!

09/02/2026
★ !!       "በጎነት ለእትዮጵያ ከፍታ"  ★  Ol Ka'iinsa Itoophiyaaf"‼ 🇪🇹 Tola Oltummaa Ol Ka'iinsa Itoophiyaa Dhaadannoo Jedhuun Qo...
11/07/2025

★ !!
"በጎነት ለእትዮጵያ ከፍታ"
★ Ol Ka'iinsa Itoophiyaaf"‼ 🇪🇹

Tola Oltummaa Ol Ka'iinsa Itoophiyaa Dhaadannoo Jedhuun Qopheessummaa Gurmuu Dargaggoota Paartii Badhaadhinaa Muummeefi Naannoo Oromiyaatiin Godina Harargee Bahaa Magaalaa Baabbileetti gaggeeffamaa ooleera.

Sosochii Tajaajila Lammummaa Gannaa Dargaggootaa Cimsuufii Dargaggoota Duudhaa Ganamaa Namummaa Irratti Ijaarametti Deebisuuf kan Kaayyeeffate Hoggaa tahu,Hojiiwwan Tajaajila Lammummaa Garaagaraa Jalqabsiifamaniiru.Arjoomni Dhiigaa,Ijaarsi Mana Haadhaa,Deeggarsi Meeshaalee Barnootaafi Barnoota Gannaatiin kan gaggeeffamu hojiin baruu barsiisuu keessatti argamu.

Sagantaa Kana irratti Obbo Sadarkaa Deetaa Ministeraatti Itti Aanaan Ijaarsa Aadaa Dimokraasii Paartii Badhaadhinaa, I/A Pirezdaantii fi Itti Gaafatamtuun Waajjira Gurmuu Dargaggoota Paartii Badhaadhinaa Muummee Aadde ,Dargaggoo Itti Gaafatamaan Gurmuu Dargaggoota Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa, Miseensi Mana Marii Paartii Badhaadhinaafii Bulchaan Godina Harargee Bahaa Aadde Miski Mohammed ,Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Godina Harargee Bahaa Obbo Habtamu Tasfaye Akkasumas Hoggantoota Waajjira Gurmuu Dargaggoota Naannoolee Itoophiyaa fi Federaalaa Hanga Magaalaatti Hoggansi sadarkaan jiru argamuudhaan saganticha miidhagsaniiru.
Oromia,Ethiopia 🇪🇹
Oromia Prosperity Party / OPP /
Badhaadhiina Damee Hararghee Bahaa
Bulchinsa Godina Harargee Bahaa
Kominikeeshinii Harargee Bahaa
East Hararghe Prosperity YouthWing

24/01/2025
24/01/2025

Address

East Harerge
Harer
04052209

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kaleessi har'aamiti posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share