Ifaa Diin

Ifaa Diin “Beekkumsi Guddaan Rabbii si uumee fi Waan si uumeef beekuudha!”

Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhu! Obboleeyyan Akhiraa Galgalli keessan haa bareedu!!Biftu Oromia
21/12/2023

Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhu!

Obboleeyyan Akhiraa Galgalli keessan haa bareedu!!

Biftu Oromia

Abuu Hureyraan (RA) akka jedhetti Ergamaan Rabbii (saw) akkana jedhan: "Wallaahii Guyyaa Qiyaamaa haqa hunda abbaa isaat...
03/12/2023

Abuu Hureyraan (RA) akka jedhetti Ergamaan Rabbii (saw) akkana jedhan: "Wallaahii Guyyaa Qiyaamaa haqa hunda abbaa isaatti deebisuuf jirtu. Hanga re'een gaafa qabdu irraa re'ee baajiif (tan gaafa hin qabnee)kafalamu tokko." Muslimtu gabaase.



Qara’i yeroon yeroo ibaadaan haalaan Rabbi biratti jaalatamtu.
21/06/2023

Qara’i yeroon yeroo ibaadaan haalaan Rabbi biratti jaalatamtu.

21/06/2023

Kheeyrii Kurnan Kun Qabu Hunda Rabbi Walitti Isiniif Haa Qabu

21/06/2023

RABBIIN hulaa rizqii halaal tan cufamiinsa hin qabne siif haa banu

Ji’a Milkii Kana Keessa Rabbi Isin Haa Milkeessu
21/06/2023

Ji’a Milkii Kana Keessa Rabbi Isin Haa Milkeessu

Ana yaadadhaa; Anis isiniin yaadadhaa! Galatas naaf galchaa; Nattis hin kafarinaa.
21/06/2023

Ana yaadadhaa; Anis isiniin yaadadhaa!
Galatas naaf galchaa; Nattis hin kafarinaa.

Address

Jijiga
ADDISABABA

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ifaa Diin posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share