Mizbe serbo

Mizbe serbo I am single person

13/12/2021
Oduu gammachiisa !!!! Akka dhaabbanni freedom houses teessoon isaa biyya Ameerikaa ta'e akka ibsetti bara hoggansa Dr.Ab...
11/08/2020

Oduu gammachiisa !!!! Akka dhaabbanni freedom houses teessoon isaa biyya Ameerikaa ta'e akka ibsetti bara hoggansa Dr.Abiy Ahimad biyyi keenya Itoophiyaan sirna bulchiinsa dimookiraasii foyyeessuun biyyoota 209 akka addunyaatti jiran keessa sadarkaa irratti argamu eere.Itoophiyaatti aanun immoo Malaysia sadarkaa lammaffaa irratti argamti.

Oduu gammachiisa !!!!! Akka dhaabbanni freedom houses teessoon isaa biyya Ameerikaa ta'e gabaasetti Itoophiyaan bara bul...
11/08/2020

Oduu gammachiisa !!!!! Akka dhaabbanni freedom houses teessoon isaa biyya Ameerikaa ta'e gabaasetti Itoophiyaan bara bulchiinsa Dr.Abiy Ahimad hogganaa jiru keessatti sirna bulchiinsa dimookiraasii foyyeessuun biyyoota 209 keessa akka addunyaatti sadarkaa jalqabaa irratti akka argamtudha .Itoophiyaatti aanun immoo lammaffaa irratti kan argamtu Malaysia ta'u eere.

Bakka jirutti of eeggannoo haa cimsinuu!!!!!!!              Akkuma beekamu yeroo amma kana akka addunyaatti weerarri vaa...
30/05/2020

Bakka jirutti of eeggannoo haa cimsinuu!!!!!!! Akkuma beekamu yeroo amma kana akka addunyaatti weerarri vaayrasii koroonaa ariitiin waan babal'ataa jiruuf ,qajeelfamoota ogeessota fayyaa keenya irra kennamu hojiitti haa hiiknu.maskiis haa fayyadamnu.

Address

Jimma

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mizbe serbo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share