Adola Teachers Education College

Adola Teachers Education College College operating System

23/09/2022

Ramaddii Eebbifamtoota KBB Bara 2012- 2014 Qormaata Mirkaneessa Gahumsa Ogummaa Barsisummaa Fudhatan Darban
No. Full Name S*x KBB /College/ Year of Grad. Sagantaa /Program/ Subject Qabiyyee /Content/ (75) Mala B/ B /Peda/ (25) Total (100) Godina Itti Ramadamaan Haala Ramddii
1 Tsige Genene Tsegaye F Asella 2013 Regular Amharic 57 16 73 A/Lixaa Ramaddii
2 Abbabaa Wayyessaa Faanaa M Asella 2013 Regular A/Oromo 69 22 91 A/Lixaa Ramaddii
3 Firdiisaa Kaabbitaa Beenyaa M Asella 2013 Regular A/Oromo 67 24 91 A/Lixaa Ramaddii
4 Adam Ahmad Badhasoo M Asella 2013 Regular A/Oromo 67 23 90 A/Lixaa Ramaddii
5 Waaqtolee Araggaa Dheeressaa M Asella 2013 Regular A/Oromo 69 21 90 A/Lixaa Ramaddii
6 Waaqumaa Dhaabaa Deeksisaa M Asella 2013 Regular A/Oromo 68 22 90 A/Lixaa Ramaddii
7 Kumasaa Alamuu Saaqqataa M Asella 2013 Regular A/Oromo 69 20 89 A/Lixaa Ramaddii
8 Misgaanuu Raggaasaa Tolinaa M Asella 2013 Regular A/Oromo 66 23 89 A/Lixaa Ramaddii
9 Saabatoo Dhangiyaa Olaanii M Asella 2013 Regular A/Oromo 65 24 89 A/Lixaa Ramaddii
10 Shuraa Nugusee Maaddessaa M Asella 2013 Regular A/Oromo 68 21 89 A/Lixaa Ramaddii
11 Tolasaa Firoomsaa Fufaa M Asella 2013 Regular A/Oromo 68 21 89 A/Lixaa Ramaddii
12 Petros Fekede Dibaba M D/Dollo 2012 Evening Engilsh 51 20 71 A/Lixaa Ramaddii
13 Aagituu Waaqshumaa Gurmuu F D/Dollo 2012 Evening English 52 18 70 A/Lixaa Ramaddii
14 Bariitee Malkaamuu Taaffasee F D/Dollo 2012 Evening English 51 19 70 A/Lixaa Ramaddii
15 Bashaa Hayiluu Gibbinaa M D/Dollo 2012 Evening English 51 19 70 A/Lixaa Ramaddii
16 Maartaa Kennaa Hundeessaa F D/Dollo 2012 Evening English 53 17 70 A/Lixaa Ramaddii
17 Taaddaluu Kabaa Ahimad F D/Dollo 2012 Evening English 52 18 70 A/Lixaa Ramaddii
18 Magarsaa Hayiluu Tafarraa M D/Dollo 2012 Evening English 54 16 70 A/Lixaa Ramaddii
19 Masarat Waggaa Tarreessaa M D/Dollo 2012 Evening English 54 16 70 A/Lixaa Ramaddii
20 Qidaamuu Dastaa Galaalchaa M D/Dollo 2012 Evening English 53 17 70 A/Lixaa Ramaddii
21 Taariku

01/09/2022

Hagayya 25,2014
Firiin Qorumsa Naannoo Kutaa 8ffaa Ifoome
==================================
Biiroon Barnootaa Oromiyaa firii qormaataa kutaa 8ffaa bara 2014 ifoomseera.
Hog.Itti Aanaa BBO Obbo Girmaa Baayisaa qabxii darbiinsaa barattoota kutaa 8ffaa sababeeffachuun miidiyaaleef ibsa kennaniiru.
Bu'uuruma kanaan akka naannoo Oromiyaatti bara 2014tti barattoonni 451,025 ta'an,
Dhi= 246,449
Dub= 204,576
Qorumsa naannoo kutaa 8ffaa fudhachuuf galmaa'an keessaa barattoonni
dhi=241,974
dub.= 201,552
walumatti barattoonni 443,526 qormaata kenname kan fudhatan yammuu ta'u;
Kanneen keessaa;
Dhi= 228,677 (%94.5)
Dub = 193,102 (%95.8)
Walumatti barattoonni 421,779 (%95.09 )
Qabxii darbiisaa argatanii gara kutaa 9ffaattti darbanii jiru.

Barattoota aanaalee horsiisee bulaa ilaalchisee;
Barattoonni walumatti 28,371 qormaata fudhachuuf galmaa'an
Dhi. = 17,720
Dub.= 10,651
Yammuu ta'an, kanneen darban;
Dhi.= 17,138 (%96.7 )
Dub.=10,131 ( %95.1) walumatti saala lamaaniin %96.1 kanneen ta'an gara kutaa 9ffaatti darbanii jiru.

Barattoota Fedhii Addaa Ilaalchisee;
Barattoonni fedhii addaa qaban
Dhi=1007
Dub=920
Walitti 1,927 kanneen ta'an qormaata fudhatanii gara kutaa 9ffaatti
Dhi= 987
Dub=915
kan darban yammuu ta'u; Walumatti kan qoraman keessaa barattoonni 1,902 (%98.7) ta'an qabxii darbiinsaa argataniiru.

Hubachiisa:- Barattoonni carraa interneetii argachuu qabdan liinkii armaan gadiin ilaallachuu dandeessu.

Sirni Barnootaa Bara 2015tti Hojiirra Oolu Akkaataa Caaseffama(Gurmaa'insa ) Haaraan 6+2+4 ta'eera.=====================...
25/08/2022

Sirni Barnootaa Bara 2015tti Hojiirra Oolu Akkaataa Caaseffama(Gurmaa'insa ) Haaraan 6+2+4 ta'eera.
========================
Sirni Barnootaa Haaraan Bara 2015 jalqabamu Barnoota Sadatkaa Tokkoffaan Duraa umrii 5fi6 keessatti waggaa lamaaf yoo barataniin booda kutaa 1-6 Sad.1ffaa kutaa 7ffaa - 8ffaa Jiddu galeessa jedhama.
Gosa Barnootaa kutaalee kanniin keessatti kennaman immoo:-
Kutaa 1- 6 kanneen kennaman
1- Afaan tokkoffaa
2- Ingiliffa
#3- Afaan Lammaffaa (5ffaa-6ffaa)
4-Barnoota Saayinsii
5-Barnoota Herrega
6- Barnoota Gadaa
7- Ogartiiwwan
8- Jabeenya Qaamaafi Fayyaa
9- Barnoota Safuu yoo ta'an kutaa 7ffaafi 8ffaa keessatti barumsi kennaman immoo
1-Afaan tokkoffaa
2- Ingiliffa
3- Afaan Lammaffaa
4- Barnoota Herregaa
5- Barnoota Saayinsii Waliigala
6- Barnoota Hawaasaa
7- Barnootaa Gadaa
8- Barnoota Ogartiiwwan
9- Barnoota Jabeenya Qaamaafi Fayyaa
10- Barnoota Lammummaa
11- Barnoota IT sirna Barnoota haaraa ni kennama.
Haaluma kanaan Sirna Barnootaa Haaraa keessatti kutaa 6ffaa fi kutaa 8ffaa irratti akka Naannootti Qorumsi kennamuun barattootni Qorumsa akka Naannootti Barattootni dabran akka baratan kan qophaa'eedha.
Karaa biraatiin bara 2015 Sirni Barnootaa hojiirra oolan Kutaa 1ffaa 3ffaa 5ffaa 7ffaafi 8ffaa yoo ta'an kutaa 2ffaa 4ffaafi 6ffaan bara barnootaa 2016 hojiirra akka oolu kanaan dura himuun keenya ni beekama!
Kutaa 9ffaa hanga 12ffaa kanneen jiraniif bara 2016 hojiirra oolchuuf qorannaa yaalii irra akka jiran beekameera.

05/07/2022
𝐑𝐚𝐦𝐦𝐚𝐝𝐢𝐢 𝐁𝐚𝐫𝐬𝐢𝐢𝐬𝐨𝐭𝐚 𝐃𝐢𝐩𝐢𝐥𝐨𝐨𝐦𝐚𝐚 𝐌𝐚𝐫𝐬𝐚𝐚 𝟐𝟒𝐟𝐟𝐚𝐚 𝐊𝐮𝐧𝐨𝐨 𝐢𝐥𝐚𝐚𝐥𝐚𝐝𝐡𝐚.
21/06/2022

𝐑𝐚𝐦𝐦𝐚𝐝𝐢𝐢 𝐁𝐚𝐫𝐬𝐢𝐢𝐬𝐨𝐭𝐚 𝐃𝐢𝐩𝐢𝐥𝐨𝐨𝐦𝐚𝐚 𝐌𝐚𝐫𝐬𝐚𝐚 𝟐𝟒𝐟𝐟𝐚𝐚 𝐊𝐮𝐧𝐨𝐨 𝐢𝐥𝐚𝐚𝐥𝐚𝐝𝐡𝐚.

𝐍𝐄𝐖 𝐂𝐀𝐍𝐃𝐈𝐃𝐀𝐓𝐄 𝐀𝐓 𝐀𝐂𝐓𝐄
26/05/2022

𝐍𝐄𝐖 𝐂𝐀𝐍𝐃𝐈𝐃𝐀𝐓𝐄 𝐀𝐓 𝐀𝐂𝐓𝐄

Coc
09/05/2022

Coc

Kana irraan ilaala
21/04/2022

Kana irraan ilaala

Address

Kibre Mengist

Telephone

+251934723501

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Adola Teachers Education College posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share