Worku Teyib Wodessa

Worku Teyib Wodessa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Worku Teyib Wodessa, Adola woyu, Kibre Mengist.

Beautiful Sunday everyone
26/11/2023

Beautiful Sunday everyone

➔ Amala hamaa si keessa jiru suuta suutaan dhiisuu dandeetta male yeroo tokkoon dhiisuun sitta ulfaata.➔ Humna hammeenna...
25/11/2023

➔ Amala hamaa si keessa jiru suuta suutaan dhiisuu dandeetta male yeroo tokkoon dhiisuun sitta ulfaata.
➔ Humna hammeennaaf fayyadamnu otoo misoomaaf fayyadamne waan gaarii hedduu hojjanna ture.

➔ Tasgabbaa`uun nama guddaa si taasisa.
❤Waaqi Uduuda qaba.

25/11/2023
Muchi waaqaa gu`a hin qabu.Worra mirgisuuf unkuruura kennee harkuu elmachiisa.
24/11/2023

Muchi waaqaa gu`a hin qabu.
Worra mirgisuuf unkuruura kennee harkuu elmachiisa.

30/10/2023

Shofeerri (konkolaachisaan) amala keetii si qofa...

1, Caala.2, Caalaa.Garaagarummaa jechoota kanaa maanii ?Caala .........Caalaa........👆👆👆👆
25/10/2023

1, Caala.
2, Caalaa.
Garaagarummaa jechoota kanaa maanii ?
Caala .........
Caalaa........
👆👆👆👆

Waaqaaf amanamaa taanaan namaaf hin cinqamin.
25/10/2023

Waaqaaf amanamaa taanaan namaaf hin cinqamin.

Ati Hiyyeessarrati boonta,Hiyyeessi gara Rabbii booya.Rabbiin ammoo hunda moo`a.                     🙏👉Jabaan Waaqa Girj...
11/10/2023

Ati Hiyyeessarrati boonta,
Hiyyeessi gara Rabbii booya.
Rabbiin ammoo hunda moo`a.
🙏
👉Jabaan Waaqa Girjaati👈
30\1\16.
Ana jedhe.

Address

Adola Woyu
Kibre Mengist
HUNDUU ISAAN TAATI.

Telephone

+251916957019

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Worku Teyib Wodessa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Worku Teyib Wodessa:

Share