Anas Mohammad

Contact the business

Anas Mohammad Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Anas Mohammad, In-Home Service, 02 Zone, Kombolcha.

10/10/2026
10/10/2026
🙇Bilchataan Malee 😜 Bilchoo nyataanin Mamakssa Mangudoo damee Jimaa Jalaati Lulluyxuuti khalaas😁
08/10/2026

🙇Bilchataan Malee 😜 Bilchoo nyataanin Mamakssa Mangudoo damee Jimaa Jalaati Lulluyxuuti khalaas😁

Wan Raabbiin Si banee abban Fadhee siti Cufuu hin dandahuu🙏
07/10/2026

Wan Raabbiin Si banee abban Fadhee siti Cufuu hin dandahuu🙏

TikTok | Make Your Day

06/10/2026

Anasmahammad

Kan du'e Ni awwaallee Dachii galeeKan jiruu Nu dhibee Afaan wallaallee Yaa dachii danda'iHunda baadhattaa keetumaaDandee...
06/10/2026

Kan du'e Ni awwaallee Dachii galee
Kan jiruu Nu dhibee Afaan wallaallee

Yaa dachii danda'i
Hunda baadhattaa keetumaa
Dandeessus sii waa himaa

Qarri hedduut sirraa yaa'ee
Sirratti hambisee jaamaa
Fardaaf kooraa taate hundumaa
Yaa dachii sii waa himaa
=====

Gamna manaa bahu
Qara qaawa hulluuqu
Hin dhabne akka aalaa

Oggeessa danda'u
Xurree namaaf saaqu
Garbaaf qilleensarra

Goota billiqa ifiin if ga'ee
Obboleessaaf ifu dungoo ta'ee
Hedduu awwaallee garaa kee jiran
Sii lakkaawee meqaat galee

Qarri hedduut sirraa yaa'ee
Sirratti hambisee jaamaa
Fardaaf kooraa taate hundumaa
Yaa dachii sii waa himaa
=====

Hayyuu cayaa jalaa
Arjaa harkin hollanne
Ah, maal qaabanne

Jeeyna biiflee biyyaa
Galchite jarjartee
Saamtee nutti ontee

Jiraa silaa bulee daraaru
Sittillee gurra godhu gaarii
Osoo jiruutuu maaf baadhattee
Xurii hawaasaa darree garii

Qarri hedduut sirraa yaa'ee
Sirratti hambisee jaamaa
Fardaaf kooraa taate hundumaa
Yaa dachii sii waa himaa
=====

Dagalchee addaan galchaa
Gargaaraa rakko'oo
Dhabnee irraan hafne

Imimmaan haqannee
Hoonga waa duutillee
Laga kee waa linnee

Jiraa silaa jiruun male
Gaarii namaa liqimsitee
Doofaa-doqna luuyna siin tolle
Siitu baadhatee itti tolee

Qarri hedduut sirraa yaa'ee
Sirratti hambisee jaamaa
Fardaaf kooraa taate hundumaa
Yaa dachii sii waa himaa
=====

Kab. Art,

Gameessatu Oolmaa Gameessaa Hubata !

Ati Arabaa kha nan jattee Sani dhagahii sifin himaa Ani Oromoticha Noolee Sadeeni Bareeda Shanyii Mana Bundhaatii🥰🥰🥰👑Afa...
06/10/2026

Ati Arabaa kha nan jattee Sani dhagahii sifin himaa Ani Oromoticha Noolee Sadeeni Bareeda Shanyii Mana Bundhaatii🥰🥰🥰👑Afaan Oromotiga ona Noleekheessa🔥🔥💪

06/10/2026

Ama Waan dhabbatati Godhaan Dhisneeti jira
Wan Cisaani Godhaan Malee 😜 Afan Oromotiga 🤦

Address

02 Zone
Kombolcha
0998974666

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Anas Mohammad posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Anas Mohammad:

Shortcuts

Share