10/01/2025
LEEQAA"
Hojii Dallaala Walii galaa itti faafatamummaan isaa mirkanaa'e.
Hojiilee keenya keessaa muraasni kanneen armaan gadiiti.
Dhaabbata Hojjetaaf Hojjechiisaa Wal qunnamsiisu.......
Meeshaalee xiqqaa hanga gurguddaatti,
Kan mana keessaa, kan ijaarsaa, electroniksi, fi kanneen biroo,bitaafii gurguraa wal qunnamsiisu.
Mana Servisii xiqqaan irra jiruu hanga guddaatti.
bitaafii gurguraa wal qunnamsiisu.
Dambii ittiin bulmaata kaa'ee bu'uureffachuun Hojii qulqullinaaf amanamummaa qabu hojjechuuf kan eegalle ta'uu isin beeksifna.
Odeeffannoo barbaaddan kamiif keessaan nu qunnama.