Gadaa studio

Call

Gadaa studio Editing photo and video

Goota Oromo
30/04/2022

Goota Oromo

Dhufee haa baru nurraa...!Qaroo bitaaf mirgaaYaa ishee ilkaan cabbiiAti anaaf warqeedhaSuma naaf kenne rabbiiBishaan tab...
19/11/2020

Dhufee haa baru nurraa...!

Qaroo bitaaf mirgaa
Yaa ishee ilkaan cabbii
Ati anaaf warqeedha
Suma naaf kenne rabbii

Bishaan tabbaa lola'ee
Kuunnoo daggala raasaa
Yoo du'a ta'e malee
Maaltu addaan nu bassaa?

Balbala mana keenyaa
Gaaddisa odaa ciisuu
Jaalala hammana ga'u
Akkam godhanii dhiisuu?

Qalbii keenya ergifnee
Hin laannu halagaaf gurra
Namni jaalala hin beekne
Dhufee haa baru nurraa!!!

Abdii kutatta taanaanRakkoon morma si huuteeGaafa raakkatte mitiGaafa abdii kutte duuteFuuldura keetti aggaamiOf hin kaa...
08/11/2020

Abdii kutatta taanaan
Rakkoon morma si huutee
Gaafa raakkatte miti
Gaafa abdii kutte duute
Fuuldura keetti aggaami
Of hin kaa'iin luugama
Dhagaan obsaan affeelan
Mooqa ta'ee dhugama.

Osoon deemuu danda’uuInni dhuftee na dhaabduOsoon an hin barbaadiinInni yaadaan na lagduInni wantan hin feeneDirqisiiste...
12/10/2020

Osoon deemuu danda’uu
Inni dhuftee na dhaabdu
Osoon an hin barbaadiin
Inni yaadaan na lagdu
Inni wantan hin feene
Dirqisiistee naaf himtu
Inni tokkummaa dhiistee
Gandummaa natti ultu
Kan dadhabbii ko himaa
Narraa rukuttu dibbee
Dura kootii fagaadhu
Keessa kootu si jibbee!!!

10/09/2020

All you love style is here

13/06/2020

Address

Nekemt

Opening Hours

Monday 09:00 - 17:00
Tuesday 09:00 - 17:00
Wednesday 09:00 - 17:00
Thursday 09:00 - 17:00
Friday 09:00 - 17:00
Saturday 09:00 - 17:00
Sunday 09:00 - 17:00

Telephone

+251917033128

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gadaa studio posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share