Mansur jamal

Mansur jamal A.A

12/08/2024

Oduu Muudamaa ‼️

Paartiin Badhaadhinaa Naannoo Oromiyaatti muudama kenne.

Haaluma kanaa:-

1.Komishiinar Jeneraal Kaffaaloo Tafarraa Itti Gaafatamaa Paartii Badhaadhina Damee Naannoo Oromiyaa

2. Obbo Namarraa Bulii Itti Gaafatamaa Damee Sayaasaa

3. Dooktar Mangistuu Baqqalaa
Itti Gaafatamaa Damee Ijaarsaa Paartii Badhaadhinaa Damee Naannoo Oromiyaa tahuun muudamaniiru.

Yeroo hojii gaarii🌹

Best
04/05/2024

Best

Wlhi tola rabbi nuuf godhi ilaala.
01/03/2024

Wlhi tola rabbi nuuf godhi ilaala.

20/01/2024
06/01/2024

Qur'aana Rabbiitu Tiksa
••••••••••••••••••••••••

"Qur'aana Nutu buusee Numatu tiksa"

Quraa'a jijjiiruuf yaaliin hin godhamin hin jiru ammas aakuma argaa jirru kana yaaliin garaagaraa godhamaa jira. Mee seenaa wahii isin haa yaadachiisu.

👉Namoota gaggaarii darban keessaa Amiirri tokko, Namni wahii yeroo hunda kan isa bira dhufu kan amantii biraa hordofu tokkootu ture. Yeroo garaagaraatti Amiirri kun Namicha isa bira dhufu kanaaf akka inni islaama'uuf yaada dhiheessaafii ture.Garuu Namichi kun deebii wahiituu hin kennu. Sana booda yeroo dheeraaf adda ba'anii eega turanii waggaa ① booda namichi sun deebi'ee Amiira bira dhufe.

Amiirris yeroo Namicha ilaalu akka inni muslima ta'ee dhufe arge. Achumaan Amiirris Namichaan akamitti Amanuu dandeesse jedhee gaafate. Namichis {{"Ani ergaan siin adda ba'ee kaasee hojiin hojjataa ture". hojiin kunis, Waangeela walakkaa harka kootiin barreesseetiin waantoota garaagara jijjiiree, kaan hir'isee, kaaniis itti dabalee, kan fuulduraa booda godhee, kan boodaa fuuldura godhee akka naaf gurguraniif erge. Warrin itti erges fuudhanii baayyisanii naaf gurguran.

Akkuma kitaaba "Ooritis" Akkuma kan ammaa itti dabalee, kaaniis hir'isee waan hedduu jijjiiree akka naaf gurguraniif ergee jennaan fuudhanii baayyyisanii gurguran.

Sana booda haaluma kitaaboota kanaatiin "Qur'aanas" barreesse, Kaan jijjiiree kan fuulduraa booda godheee, kan boodaa dura godhee, kaan hir'isee eegan barreessee booda fuudhee maktabaa musliimaa kan Qur'aaana baayyisee gurguru bira deemeen naaf gurguraa jedhee itti kenne.

Yeruma sana garagaggalchanii ilaalanii fuula kootti darbatan. Maali yeroon jedhee gaafadhu "Kun Qur'aana Muslimtootaa isa sirrrii miti naan jedhan".

Sana booda utuun boo'uu gara mana kootii deebi'een Islaaminnaa fudhachuuf murteeesse. Diinal islaamii fi qur'aanas Rabbiin akka eeguu fi Rabbiin akka buusees hubadhe. Achumaaniin amanee}} jedhee Amiiratti hime.

Qur'aana Rabbiitu tiksa garuu balaa garaagara wanti Rabbiin fiduuf nu fatanuufi waan ta'eef Nama fatanaa kana darbu Rabbiin nu haa taasisu.

By: Abdurahman Mohammed

https://t.me/IbsaaDhugaa

21/11/2023

Woliin dubbachuu dadhabnee.!!!

Address

West Arsi
Shashemene

Opening Hours

Saturday 09:00 - 17:00
Sunday 09:00 - 17:00

Telephone

+251924711795

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mansur jamal posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Mansur jamal:

Share