Kedir Tiba Wako view

Kedir Tiba Wako view Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Kedir Tiba Wako view, Business service, Bishan Gurracha, Shashemene.

08/11/2024
12/01/2023
Waan akka xalayaa akeekachiisaa wayii maqaa alaabaa OROMOOtiin barraaye argee anis gadduu irra jedhee kolfe,   kolfuun h...
09/06/2022

Waan akka xalayaa akeekachiisaa wayii maqaa alaabaa OROMOOtiin barraaye argee anis gadduu irra jedhee kolfe,

kolfuun hanqadhe,
Dafeetan afaan qabadhe,

Diinni Maqaa ABOn cooma muree barate
alaabaa ummataa kiyya jedhee dubbate.

Biyyaa ijjaaruuf gamtaa hayyootaatu dhufa
Hinaaffaan daangaa darbe sammu si cufa.

Rabbiin galgala kee hin balleessin

Nama biyyi itti fayyadamuu dadhabdeJawar
04/04/2022

Nama biyyi itti fayyadamuu dadhabde
Jawar

Ogeessa Seeraa Abduljebaar Useen Abukaatoo haqa dhabeeyyii  Lubbuu keetiif jannatta, maatii,hiriyyoota fi ummata kee bal...
12/08/2021

Ogeessa Seeraa Abduljebaar Useen Abukaatoo haqa dhabeeyyii Lubbuu keetiif jannatta, maatii,hiriyyoota fi ummata kee bal-dhaaf jajjabina hawwa.
Silaa du'a hin oolanii Nagahaan boqadhu

Dhugaa dubbatteeDhugaaf  jiraatteUmuriin dheeraan siif
21/06/2021

Dhugaa dubbattee
Dhugaaf jiraatte
Umuriin dheeraan siif

Yeroo hundaa isa dhugaa dubbatu           Isa dhugaaf Jiraatu     Jiraadhu Umurii dheeraa
21/06/2021

Yeroo hundaa isa dhugaa dubbatu
Isa dhugaaf Jiraatu
Jiraadhu Umurii dheeraa

Abbaarsi guddaan warra siyaasaaf jecha dhugaa dabsuu irra haa jiraatu.
11/05/2020

Abbaarsi guddaan warra siyaasaaf jecha dhugaa dabsuu irra haa jiraatu.

04/05/2020
Milkkaa'inni takkaan hin xumuramuGufatuun du'aa mitiiObsa itti fuufiinsa qabu gaafataKanaafuu obsuu hedduu barbaachisaad...
04/05/2020

Milkkaa'inni takkaan hin xumuramu
Gufatuun du'aa mitii
Obsa itti fuufiinsa qabu gaafata
Kanaafuu obsuu hedduu barbaachisaadha jaalleewwan kiyyaa

Address

Bishan Gurracha
Shashemene
12345678901

Telephone

+251916381041

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kedir Tiba Wako view posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share