Abas Furi

Abas Furi “አሁን የለውጥ ጊዜ ነው!” 🔄✨
Now is the time for change!

👨‍🎓🏆Baga eebbifamtan! 🎓🏆🥇Har’a milkaa’ina guddaa galmeessitan — garuu kun jalqaba qofa.Addunyaan hojii yeroo ammaa jijji...
27/03/2026

👨‍🎓🏆Baga eebbifamtan! 🎓🏆🥇

Har’a milkaa’ina guddaa galmeessitan — garuu kun jalqaba qofa.
Addunyaan hojii yeroo ammaa jijjiiramaa jira… hojii qofaan osoo hin taane, carraan daldalaa fi of-dandeessisuun (entrepreneurship) baay’ee barbaachisaa ta’aa jira.
Ani [Abasfurijedhama], namoota akka keessan — hojii barbaadan ykn galii dabalataa barbaadan — carraa haaraa akka argatan gargaaru irratti hojjechaan jira.
Yoo fedhii qabaattan:
📩 Inbox naaf barreessaa
ykn comment godhaa “INTERESTED”
Imalli keessan milkaa’ina haa ta’u 🚀

Icciitti Ofii Soba jiraachu Akkamitti akka ofi jiruu isiiniif ibsuu danda'a. garu dhabate dhageefachuu kaan danda'uu  dh...
26/03/2026

Icciitti Ofii Soba jiraachu

Akkamitti akka ofi jiruu isiiniif ibsuu danda'a.
garu dhabate dhageefachuu kaan danda'uu dhuggaan nama kaayyoo fi kuttannoo qabuu qofatu sirritti hordoofu danda’a!
Namoonni naa hin beekkne abas firi jedhama Entrepreneur & Brand Builder business model dhaa.
icciitti of soba jiraachu maliidha?
mee isiin maal isiinitti fakkata akka keessanitti deebisa.
Ani imoo qorannoo kan dhiyyeesse isiiniif hima.
Sirritti hordoofa yoo dhuga ta'ee comment irratti naa beeksisa.
namoonnii hundi keenya akkana jechuun ofi soba jiraacha jira .
inni guddaan milkaa’inni keenya rabbii yoo jedhe milkaa’un hin oluu jechuudha ofi soba jiraacha jira.
yoo kana jedhu hunde keesanu rabbiin yoo hin fedhiin akkamitti milkaa’ina danda'ama jechuun keessan hin oluu.
inni dhuggaadha garuu waantoota hin hubaaneetuu jira. Innis fedhii keenya sirritti addaan baafnee beekkuu fii sirritti addaan baafnee rabbiin gaafachuu dhabbuun keenyaa milkaa’ina keenya safiisan gara fuldurratti akka deemne nu taasiisa jira.

ittiin fufaa

25/03/2026

Eid Mubarak ☪️i just wanna say that i apologise from head to toe to the people who come in my life, forgive me from my w...
20/03/2026

Eid Mubarak ☪️
i just wanna say that i apologise from head to toe to the people who come in my life, forgive me from my words and my actionBaga Iida Al-Fixri bara 1447 itti si gahe!
Ayyaanni kun kan nagaa, gammachuu fi jaalala siif haa ta’u.
Rabbi hojii gaarii kee haa qeebalu, jireenya kee immoo milkaa’inaa fi badhaadhinaan haa guutu.
Maatii fi hiriyoota kee wajjin yeroo bareedaa dabarsuu siif hawwa.
Iid Mubaarak! 🌙✨

t.me/Abasfuri_12

t.me/Subconsciousmindset

Personal contact👇👇👇👇👇
t.me/Abasfuri_1
t.me/Abasfuri_11

🌙✨ እንኳን ለ1447 ዓ.ሂ የኢድ አልፊጥር በዓል ዋዜማ በደህና አደረሳችሁ!በዚህ የደስታ ቀን፣አላህ ሰላምን፣ ፍቅርን እና በረከትን በሕይወታችሁ ይሙላ። 🤲ይህ በዓል ለእናንተና ለቤተሰቦቻችሁ...
19/03/2026

🌙✨ እንኳን ለ1447 ዓ.ሂ የኢድ አልፊጥር በዓል ዋዜማ በደህና አደረሳችሁ!

በዚህ የደስታ ቀን፣
አላህ ሰላምን፣ ፍቅርን እና በረከትን በሕይወታችሁ ይሙላ። 🤲

ይህ በዓል ለእናንተና ለቤተሰቦቻችሁ
ደስታ፣ ጤና እና ስኬት ይዞ ይምጣ! 🎉

🌟 ኢድ ሙባረክ! 🌟

#ኢድ #በዓል
My Channel's👇👇👇

👉 t.me/Subconsciousmindset

👉 t.me/Abasfuri_12

Personal contact 👇👇👇👇

t.me/Abasfuri_1

t.me/Abasfuri_11

18/03/2026

 : Addeessi har’a waan hin mul’anneef Ayyaanni Id-Alfaxir waggaa 1447ffaan jimaata kabajama.Ayyaanni iidal faxrii gaafa ...
18/03/2026

: Addeessi har’a waan hin mul’anneef Ayyaanni Id-Alfaxir waggaa 1447ffaan jimaata kabajama.

Ayyaanni iidal faxrii gaafa Jimaataa akka ta’e mirkanaa’eera.

የዒድ አልፈጥር በዓል አርብ (ጁምዓ) ይውላል።

Happy Eid Al Fitr to Everyone.

🔥🔥🔥🔥
t.me/Abasfuri_12
Abas Furi
Abas Furi Miesa

Barnoota kee xumurteetta… garuu amma maal gochaa jirta? 🤔Namoonni hedduun erga barnoota isaanii xumuranii booda hojii ee...
17/03/2026

Barnoota kee xumurteetta… garuu amma maal gochaa jirta? 🤔

Namoonni hedduun erga barnoota isaanii xumuranii booda hojii eeguu qofaan yeroo isaanii dabarsu. Garuu dhugaan jiru maal akka ta’e beektaa?

👉 Carraan kee eeggachuu hin qabu — ati carraa uumuu qabda!

Yoo ati: ✔ Jijjiirama jireenya kee keessatti barbaadde
✔ Galii dabalataa argachuu feetu
✔ Ofiin hojjechuu fi bilisummaa qabaachuu hawwitu

Ani carraa siif qaba!

Inbox na qunnami, waa’ee isaa siif ibsa. 🚀

t.me/Abasfuri_12
t.me/Abasfuri_1
Abas Furi
Abas Furi Miesa

📱 ስልክዎ የገቢ ምንጭዎ ነው? ወይስ የወጪ? 💰ብዙዎቻችን በየቀኑ ሰዓታትን በፌስቡክ፣ ቲክቶክ እና ቴሌግራም እናጠፋለን።እስኪ እናስብ… ስልካችን ለእኛ ገቢ አመጣልን? ወይስ ወጪ ብቻ?ዛሬ በ...
16/03/2026

📱 ስልክዎ የገቢ ምንጭዎ ነው? ወይስ የወጪ? 💰

ብዙዎቻችን በየቀኑ ሰዓታትን በፌስቡክ፣ ቲክቶክ እና ቴሌግራም እናጠፋለን።
እስኪ እናስብ… ስልካችን ለእኛ ገቢ አመጣልን? ወይስ ወጪ ብቻ?

ዛሬ በዲጂታል ዘመን ስልካችንን ተጠቅመን በቀን 2 ሰዓት ብቻ በመስራት ተጨማሪ ገቢ ማግኘት ይቻላል። 🚀

📌 ይህ ዕድል ለማን ነው?
✅ ተጨማሪ ገቢ ለሚፈልጉ
✅ በቤት ሆነው መስራት ለሚፈልጉ
✅ ተማሪዎች
✅ በስልክ እና ኢንተርኔት መስራት ለሚፈልጉ ታታሪዎች

⚠️ መረጃውን ለመስራት ዝግጁ ለሆኑ 5 ሰዎች ብቻ እካፈላለሁ።

📩 ፍላጎት ካለዎት በTelegram
“መረጃ እፈልጋለሁ” ብለው ይላኩ።

✨ የዛሬ ውሳኔዎ የነገ የገንዘብ ነፃነትዎ መጀመሪያ ነው!

#ተጨማሪገቢ #ዲጂታልስራ

09/06/2025

Address

Shashamane
Shashemene
0000

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abas Furi posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share